Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse

Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. US fi Iraan waraana dhaabuuf maaltu gufuu itti ta'a?

  2. Humni waraanaa addaa mootummaa Iraan jalatti aangoo tiksu 'Baasij' maali?

  3. Daandii qaxxaamuraa Tiraamp Iraan irratti tarkaanfii cimaa fudhachuuf qarqara irra gahe

  4. Huutiin Yaman waraana Iraan irratti akka hin hirmaanne maaltu danqaa itti ta'e?

  5. Duuti Alii Laarijaanii hoggansaa Iraan keessatti qaawwa akkamii uuma?

  6. Xiyyaaronni imaltootaa yeroo waraanaa of eeggannoo akkamiin balali'uu qabu?

  7. Waraana Iraanirraa eenyutu maal barbaada?

  8. Israa'el Huutii adamsuuf Galaana Diimaa irratti buufata waraanaa ijaaraa jirtii?

  9. US dhimma Iraaniif Raashiyaa fi Chaayinaa Mana Maree Nageenyaatti himatte

  10. MM Abiy sababa waraana US-Israa'el Iraan waliin gaggeessaa jiraniin muuddama keessa kan jirtu UAE daawwachaa jiru

  11. Qondaalli duraanii Mossad akkaataa Israa'el hogganaa olaanaa Iraan itti basaasaa turte ifa godhe

  12. Qabxiilee 5 dhiibbaa waraanni Iraan jiruu idilee Itoophiyaanotaa irratti qabu

  13. Hawaasni fi dhaabbileen boba'aa ''qusannaa guddaadhaan'' haa fayyadaman jedhame

  14. 'Waraanichi xumuramuu kan murteessu nuyi malee Ameerikaa miti'- deebii Iraan Ameerikaaf deebifte