Daandii Gaazaarratti waraana ‘yeroof dhaabuun’ mootummaa Israa’el gidduutti qoodama hammeesse
Gaazaatiif qindeessaan gargaarsa namoomaa Israa’el guyyaa keessatti sa’aatii itti lolli dhaabbatuufi toora gargaarsi ittiin dhiyaatu ilaalchisuun ibsa baaseera.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Jenaraalli UAE gochaa dararaatiin himatamu pirezidaantii Interpol ta'uun filatame
