Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. US dhimma Ulaa Hormuuz irratti Iraan maal akka waadaa galtuuf gaafatti?

  2. Dhuguma Iraan 'karoora haaraa Tiraamp ajjeesuu' baafattee qabdii?

  3. Shamarree Yuunvarsiitii Adaamaa elektirikaal Injiineriingiin A+ 47 galmeessite- Ruut Abaatee

  4. Awwaalchi Kaameenii otoo raawwatuu US fi Iraan wal haleelan

  5. Ameerikaan xiyyaarota waraanaa F-35 Turkii hidhachiisuun maaliif Israa'el yaaddesse?

  6. Mootummaan tarkaanfii humnaa fudhatus hidhattoonni maaliif hin dhabaman?

  7. Waancaa Addunyaa 2026: Dhuguma Arjantiinaaf addatti loogiin taasifamaa jiraa?

  8. Waa'ee yaalii ajjeechaa Phaaphaasota irratti raawwatamee maal beekna?

  9. Tiraamp ammas Iraan haleeluuf yoo dhaadatu, Iraan deebii kennuuf qophii jette

  10. Haleellaa US booda viidiyoon ibidda kibba Iraanitti ka'e mul'ise

  11. Battala US Iraaniin haleeltu

  12. Ertiraan haasaa MM Abiy tibbana Paarlamaa irratti dubbataniif deebii kennite

  13. Miseensoti NATO piroojektii misaayela haaraaf doolaara biil 50 ramadan

  14. Qabxiilee ijoo

  15. US dooniiwwan Hormuuz keessatti rukutamuu booda Iraan haleelte

  16. Mormii fi haaloo- Iraan gaggeessaa Kaameenii irratti Ameerikaa fi addunyaaf ergaa akkamii dabarsite?

  17. Bulchiinsi haaraan Iraan kan amma dura turerraa akkamiin adda ta'a?

  18. Itoophiyaan itti makamuuf kan jirtu Baankiin BRICS 'Niiw Develoopment Baank' maali?

  19. Mojtabaa Kaameenii awwaalcha abbaasaarratti maaliif hin argamne?

  20. Tigraayitti 'kanneen humnaan waraanatti guuraman umrii 18 gadi'- Komishinii Mirga Namoomaa