Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Sudaanitti Haleellaan saalaa akka tooftaa waraanaatti faaydaarra oolaa jira jedhe UN

  2. Ijoo

  3. Israa'el Gaazaa keessatti daa'imman irratti xiyyeeffachuun duguuggaa sanyii raawwatte- UN

  4. Ijoo

  5. Paartiin Badhaadhinaa fi paartileen morkattootaa waa'ee bu'aa filannoo maal jedhan?

  6. Teessoo torba kan mo'ate 'Tibibbir LeItoophiyaa Andinnet' mana maree akka hin seenne ibse

  7. Biyyoota Afrikaa 10 bara 2025 humna waraanaan jajjaboo tahan, loltuufi baajata isaaniin yoo ilaalamu

  8. IJOO

  9. Filannoo Itoophiyaa: EZEMA'n teessoo Caffee Oromiyaa tokko yoo argatu, ABO'n homaa hin arganne

  10. Paartiin Badhaadhinaa teessoo paarlaamaa harka caalu mo'ate

  11. MM Xaaliyaan isa Tiraamp suuraa akka kaanuuf 'na kadhatte' jedheef deebii kennite

  12. Tigraayitti dirqamaan waraanaaf guuramuu: Dargaggootni naannichaa baqachuu fi dhokachuuf dirqaman

  13. Israa'eliifi Ameerikaan dugdaa fi garaa walitti tahuuf jiruu?

  14. Biyyoonni Afrikaafi Kariibiyaanii daldala garbaa gurraachotarratti raawwatameef beenyaa gaafatan

  15. Holotaatti namichi dhaddacharratti haadha warraasaa duraaniifi daanyaa ajjeese hospitaalatti ofis ajjeese

  16. Ijoo

  17. 'Obboleessi koo qalqalloo ruuzii keessa dhokatee miliqe' - Baqattoota Waancaa Addunyaarratti ifaa jiran

  18. Karaawwan shan waliigalteen nagaa Iraan dhiibbaa sii fi maallaqa keerratti qabaachuu danda'u

  19. Injifannoo jalqabaa Kanaadaa hordofee waa'ee Alii Ahimed maaltu jedhame?

  20. Haleellaa Yuukireen hordofee roobni gurraacha Raashiyaatti roobuu jiraattonni komii kaasan