Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Itoophiyaa fi Ameerikaan humna ittisaafi nageenyaarratti wal tumsuuf waliigalan

  2. Waa'ee haleellaa Giddaa Ayyaanaatti hidhattoota 'Faannoon' gaggeeffamee maal beekna?

  3. Ijaarsa madda anniisaa nukilaraa Masiriirratti hanqina mul'ateefi mormii kaase

  4. Turkii fi Israa'el gidduutti waldhabdeen haaraan uumamaa jiraa?

  5. Israa'el projektii manneenii iddoo falmisiisaa Weesti Baankitti ijaartuf caalbaasii ifa goote

  6. IJOO

  7. Hireen lammiilee Itoophiyaa Tiraamp Ameerikaa keessaa baasuuf jedhuu maal taha?

  8. Bulchiinsi Tiraamp dawoo lammiilee Itoophiyaa 5000f kenname akka kaasu manni-murtii hayyameef

  9. IJOO

  10. Prof. Hisqeel Gabbisaa dhuguma Oromoon waa'ee gaaffii abbummaa Finfinnee kaasuu hin qabu jedhanii?

  11. Bo'oowwan galaanaa hidda dhiigaa addunyaa ta'an

  12. Marii biyyaalessaa irratti waa'ee Dirree Dhawaa waliigalteen irra ga'ame maali?

  13. Fudhatamummaan Traamp 33%tti gadi bu'e

  14. IJOO

  15. Tarkii, Sa'ud Arabiyaafi Paakistaan humna 'NATO biyyoota Musiliimaa' hundeessaa jiruu?

  16. Komishiniin Marii Biyyaalessaa komii ABIN'f deebii kenne

  17. Ajajaan duraanii ergama addaa Somaaliyaa-AMISOM hoogganaa poolisii naannoo Amaaraa ta'an

  18. Tiraamp hogganaa Kooriyaa Kaabaa deeggaruu? Karoorri haaran Tiraamp maal mul'isa?

  19. Ergamaan addaa Tiraamp Hoggana Haamaasiin wal argee Gaazaarratti dubbate