Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Hayilee Fidaa: Maqaa Qubee Afaan Oromoofi siyaasa ammayyaa keessatti hin dagatamne

  2. Iraan xalayaa ariifachiisaa akeekkachiisa cimaa qabu UN'tti ergite

  3. Waamicha nagaa MM Abiy Wallaggatti dhiyeessaniif WBO deebii 'garaarraa miti' jedhu kenne

  4. Waraanni US hanaga Sambatatti Iraan irratti haleellaa rawwachuu maluuf 'qophii xumure'- Miidiyaa US

  5. MM Abiy ummata yaaddoo keessaa baasuuf jaarsoliitti amaanaa kennatan

  6. 'Finfinneen Afrikaaf Dubaay ishii haaraa taateetti' - Afrikaanonni waa'ee Itoophiyaa maal jedhu?

  7. Dhimmoonni ijoon MM Abiy fi Pirezidant Erdowaan kaasan maal fa'i?

  8. Loltoonni Ameerikaa maalif gara Naayijeeriyaatti bobbaafaman?

  9. Bineensi 'maalummaasaa hin beekne' lubbuu galaafachaa, nu shororkeessaa jira- jiraattota Shawaa Lixaa

  10. Girmaa Waaqee gorsaafi hoji-gaggeessa Daandii Qilleensaa Yugaandaa ta'uun muudaman

  11. Icciitii Itoophiyaan turistoota addunyaan akka filatamtu taasise maalidha?

  12. Tattaaffi jaarsummaa Turkii Gaanfa Afrikaatti jabaachaa dhufeefi danqaalee mudatan

  13. Itoophiyaan kora 39ffaa Gamtaa Afrikaarraa maal buufatte?

  14. 'Itoophiyaan Maandeellaa leenjisuun ishee bu'uura michummaa keenyaati'- Afrikaa Kibbaa

  15. Haleellaa Israa'el Gaazaa irratti banteen namoonni 11 ajjeefaman

  16. Meeshaaleen waraanaa ammaayyaa waraana Yukireen akkamiin jijjiiraa jiru?

  17. Awurooppaan qabsoof qophaawuu qabdi- MM UK Kiir Istaarmar

  18. Iraan qoqqobbiin irraa kaanaan waliigaltee nukilaraarra ga'uuf wantoota dhiistu akka qabdu ibsite