Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Hidhattoonni Arsiitti namoota 30 ol akkamiin haala 'suukaneessaan' ajjeesan?

  2. MM Abiy waa'ee haleellaa Iraan Kuweetiifi Kataaritti raawwate maal jedhan?

  3. Biyyoonni Galoo Galaanaa michoota US ta'an daafoo haleellaa Iraaniin goolamaa jiru

  4. Iraan yoo Ulaa Hormuz cufte addunyaarratti dhiibbaa akkami uuma?

  5. Ergamni US-Israa'el Ali Kaamenii ajjeesuu ji'ootaaf karoorfamaa ture akkamiin milkaa'e?

  6. Israa'el Baha Giddu-galeessaa akkamii uumuu barbaaddi?

  7. Niwu Yoorkitti baqataa qaro-dhabeessi aangawoota immigireeshiniin gatamee du'ee argame

  8. US-Iraan: Masaanonni US Teehraan waliin ni dhaabbatuu?

  9. Haaloo bahiinsi Iraan ittisa humna qilleensaa US gaaffii keessa galchaa jira

  10. Israa'el erga hundooftee waggaa 100 hin guutne attamiin humna cimaa ijaarratte?

  11. Iraan fi Israa'el maaliif akkanaan diina waliif ta'an?

  12. 'Haleelaan US fi Israa'el Ayatolaa Alii Kameenii dabalatee gaggeessitoota Iraan olaanoorratti kan xiyyeeffatedha'

  13. Haleellaa US fi Israa'el Iraan irratti banan ilaalchisee hanga ammaa kan beeknu

  14. Nukilarri Iraan sadarkaa maalirratti argama? Ammallee yaaddoodhaa?

  15. Seenaa Iraan biyya Shi'aa: Bara Peershiyaa jedhamtu irraa hanga har'aatti

  16. Dargaggeessa Oromoo mana hidhaa taa'ee baratee amma saayintistii addunyaa ta'e- Imala Dr. Jiinenus Fiqaaduu

  17. Dhimma Obbo Taayyeen walqabatee hogganaan mana sirreessaa akka dhiyaatan manni murtii irra deebiin ajaje

  18. Instagram ijoolleen akka ittiin of ajjeessan gafatu taanaan maatiif akeekkachiisa akka ergu beeksise