Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tiraamp Iraan waliin mariin 'haala gaariin deemaa jira' jedhus Iraan kallattiin mariyataa hin jiru jette

  2. Ijoo

  3. Qubattonni Israa'el Weest Baankitti masjiida, lafa qonnaafi konkolaataawwan guban

  4. Kantiibaan Niwuyoork Mamdaaniin Netaaniyaahuu nan hidha jedhus Netaaniyaahun sodaa hin qabu jedhe

  5. Mootummoonni Itoophiyaa dhufaa darbaa rakkoo siyaasaa maaf humnaan furuuf yaalaa turan?

  6. Afrikaan hagam qabeenyaa fi miidhagina Itoophiyaa beekti?

  7. 'Anis silaa Ayaatolaa Kaameenii fa'aa waliin du'a ture' - Miinstiirri dhimma alaa Iraan akkamiin akka du'a oolan himan

  8. Wal haleeluu Huutii fi Saawud Arabiyaa waan hanga ammaatti beekamu

  9. Buufata Nukilaraa Iraan lafa jalaa Tiraamp haleeluf dhaadatan

  10. Gaalli Affaar ho'a hammaate dandamachuu dadhabuun du'aa jiru

  11. Haleellaa Huutii walitti bu'iinsa Baha Giddugaleessaafi diinagdee addunyaarratti sodaa uume

  12. Walgahiiwwan TPLF tibbanaa waa'ee muddama siyaasaa Tigraay maal akeeku?

  13. US fi Iraan walitti dhukaasuu jabeessuun yaaddoo hammeesse

  14. Godaantonni Itoophiyaa Saawudiitti himataman murtee du'aan adabamuuf jiru- Kom.Mirgoota Namoomaa Gamtaa Afrikaa

  15. UK waraana Ameerikaa fi Iraanitti dabalamuufi?

  16. Dhalataan Itoophiyaa akkamiin Minesootatti nama Sadii ajjeesun himatame?

  17. 'Yakka maal raawwatan?': Ijoollee Iraan 120 'haleellaa UStiin' mana baruumsaa keessatti ajjeefaman

  18. Dubartii shoora giiftii duree golaa baastee waltajjii UN irra kabajaan dhaabde

  19. Cufamuu ulaa boba'aa Galaana Diimaa: Balaa tokko miidhaa hedduu

  20. Boorana Bahaatti namichi haadha fuudhuuf daa'imman ishee lama ajjeese duuti itti murtaa'e