Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Lammiileen Itoophiyaa Sa'udi Arabiyaan du'aan adabde 20 gahan

  2. Tiraamp waliigaltee Gaazaa yoo jaju, Haamaasii fi Israa'el akka hin gufanne yaadda'an

  3. Hidhamtoota Itoophiyaa Sawudiitti du'a eeggatan sagalee isaanii dhageessisuuf BBCtti bilbilatan

  4. Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu Ameerikaan keessatti hirmaachuu feetu

  5. Odeeffannoon fayyaa US Itoophiyaa fi biyyoota Afrikaa kaanirraa barbaaddu maali? Birmadummaa miidhaa?

  6. Iraan nagaa buusuurra lolli daangeffamaa US walii gootu maaliif ishee fayyada?

  7. Waayee qormaata Ameerikaan hakiimota qoruun biyyasheetti fudhattuu (USMLE) waan beekuu qabdan

  8. Dubartiin biiliyenara addunyaa tahuun dursitu Aliis Waalton eenyu?

  9. Shakkamtootni Finfinneetti Qiddusaan Yirgaalam ukkaamsuun ajjeesan, yakkicha raawwachuu amanuu poolisiin ibse

  10. Gorsaan Tiraamp mariin Kaayirootti taasisan ''farra Itoophiyaa'' miti jedhan

  11. Sa'uudiin waraana US-Iraan irratti hirmaachuu fi dhiisuu gidduutti danqamte

  12. Ijoo

  13. Warseessa waggoota 40 as Itoophiyaa keessa jiraachuunsaa mirkanaan hin beekamne

  14. Ijoolleen Itoophiyaa 20 akkamiin Siwiidinitti miliqanii hafan?

  15. Ijoo

  16. 'Lammiileen Itoophiyaa fi Keeniyaa gowwoomfamanii Eeshiyaa cehan networkii yakkaa keessatti dararamaa jiru' -IOM

  17. 'Bishaan nurraa kuttan' jechuun nu dararu- Baqattoonni Masirii jiran namni Itoophiyaa ajjeefamuu himu

  18. Sa'udin dabalataan lammiilee Itoophiyaa shan du'aan adabde

  19. US hanqinni meeshaalee waraanaa mudannaan Iraan haleeluu dhaabdee?

  20. Dubartoonni Itoophiyaa %55 haadha warraa reebuuf sababii 'gahaan' jira jedhanii amanu