Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Abukaatoon Obbo Taayyeefi hogganoonni siyaasaa IHAAPPAA to'ataman 'shororkeessummaan' himataman

  2. Iraan Ulaa Hormuuz ilaalchisee waliigalteen Omaan waliin gootu sadarkaa dhumaarra gahuu ibsite

  3. Qindoominni Sa'udiin biyyoota ollaa waliin goote Itoophiyaaf maal akeeka?

  4. Obbo Tawoldee G/Maariyaam Daandii Indiyaa hoogganuuf muudaman

  5. Humnoota Puuntilaand fi waraana mootummaa Somaaliyaa gidduutti lolli cimaan gaggeeffame

  6. Booranatti manaajarri gandaa lammiilee Keeniyaaf waraqaa eenyummaa kenne hidhaa cimaan adabame

  7. Gorsaan Tiraamp Ertiraa waliin waan biyyoota ollaa miidhu hin mari'anne, Itoophiyaa waliin michummaa gaarii qabna jedhan

  8. Gara Ameerikaa imaluuf yaada qabduu? Itoophiyaanotatti maallaqi dabalame

  9. Walitti bu'insa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humnoota Tigiraay gidduutti mudateen yaadda'eera- Aminastii Internaashinaal

  10. Iraan Ameerikaa harka micciiruuf dhiibbaa ishee akkamiin babal'isaa jirti?

  11. Heerri Itoophiyaa amma jiru adeemsa maalii keessa darbee qophaa'e? Heerota turan irraa maaltu adda godha?

  12. Iraan isa Tiraamp 'waliin mariyachaa jirra' jedhe dhugaa miti jette

  13. Walitti bu'insi humna waraanaa Itoophiyaa fi humnoota Tigiraay maalirra gahe?

  14. Yugaandaan obboleessa MM Israa'el magaalaa Entebeetti ajjeefameef siidaa dhaabde

  15. Karoorri haaraa WhatsAappii maqaa barbaadaniin fayyadamuuf qopheesse maaliif Somaaliyaa yaadesse?

  16. Tiraamp karoora Iraan haleeluu haqe, ''hatattamaan waliigalteerra ga'uu'' akka fedhu ibse

  17. Dargaggoon dallaalonni Sawudii si geessina jechuun Birrii 500,000 irraa fudhatan lubbuu isaa balleesse

  18. Dubartoonni maal jedhu?

  19. Asab maaliif one?

  20. Raayyaan Itoophiyaafi humnoonni Tigraay dhihoo daangaa Sudaanitti walitti bu'an