Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Dhuguma Iraan 'karoora haaraa Tiraamp ajjeesuu' baafattee qabdii?

  2. Shamarree Yuunvarsiitii Adaamaa elektirikaal Injiineriingiin A+ 47 galmeessite- Ruut Abaatee

  3. Awwaalchi Kaameenii otoo raawwatuu US fi Iraan wal haleelan

  4. Ameerikaan xiyyaarota waraanaa F-35 Turkii hidhachiisuun maaliif Israa'el yaaddesse?

  5. Mootummaan tarkaanfii humnaa fudhatus hidhattoonni maaliif hin dhabaman?

  6. Waancaa Addunyaa 2026: Dhuguma Arjantiinaaf addatti loogiin taasifamaa jiraa?

  7. Waa'ee yaalii ajjeechaa Phaaphaasota irratti raawwatamee maal beekna?

  8. Tiraamp ammas Iraan haleeluuf yoo dhaadatu, Iraan deebii kennuuf qophii jette

  9. Haleellaa US booda viidiyoon ibidda kibba Iraanitti ka'e mul'ise

  10. Battala US Iraaniin haleeltu

  11. Ertiraan haasaa MM Abiy tibbana Paarlamaa irratti dubbataniif deebii kennite

  12. Qabxiilee ijoo

  13. US dooniiwwan Hormuuz keessatti rukutamuu booda Iraan haleelte

  14. Mormii fi haaloo- Iraan gaggeessaa Kaameenii irratti Ameerikaa fi addunyaaf ergaa akkamii dabarsite?

  15. Bulchiinsi haaraan Iraan kan amma dura turerraa akkamiin adda ta'a?

  16. Itoophiyaan itti makamuuf kan jirtu Baankiin BRICS 'Niiw Develoopment Baank' maali?

  17. Mojtabaa Kaameenii awwaalcha abbaasaarratti maaliif hin argamne?

  18. Tigraayitti 'kanneen humnaan waraanatti guuraman umrii 18 gadi'- Komishinii Mirga Namoomaa

  19. Yukireen wiirtuu boba'aa guddicha fi buufata humna galaanaa Raashiyaa haleelte

  20. Tiraamp bo'icha sirna awwaalchaa Kameeniirratti yaada falmisiisaa kenne