Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Warseessa waggoota 40 as Itoophiyaa keessa jiraachuunsaa mirkanaan hin beekamne

  2. Ijoolleen Itoophiyaa 20 akkamiin Siwiidinitti miliqanii hafan?

  3. Ijoo

  4. 'Lammiileen Itoophiyaa fi Keeniyaa gowwoomfamanii Eeshiyaa cehan networkii yakkaa keessatti dararamaa jiru' -IOM

  5. 'Bishaan nurraa kuttan' jechuun nu dararu- Baqattoonni Masirii jiran namni Itoophiyaa ajjeefamuu himu

  6. Sa'udin dabalataan lammiilee Itoophiyaa shan du'aan adabde

  7. US hanqinni meeshaalee waraanaa mudannaan Iraan haleeluu dhaabdee?

  8. Dubartoonni Itoophiyaa %55 haadha warraa reebuuf sababii 'gahaan' jira jedhanii amanu

  9. Tiraamp Iraan waliin mariin 'haala gaariin deemaa jira' jedhus Iraan kallattiin mariyataa hin jiru jette

  10. Ijoo

  11. Qubattonni Israa'el Weest Baankitti masjiida, lafa qonnaafi konkolaataawwan guban

  12. Kantiibaan Niwuyoork Mamdaaniin Netaaniyaahuu nan hidha jedhus Netaaniyaahun sodaa hin qabu jedhe

  13. Mootummoonni Itoophiyaa dhufaa darbaa rakkoo siyaasaa maaf humnaan furuuf yaalaa turan?

  14. Afrikaan hagam qabeenyaa fi miidhagina Itoophiyaa beekti?

  15. 'Anis silaa Ayaatolaa Kaameenii fa'aa waliin du'a ture' - Miinstiirri dhimma alaa Iraan akkamiin akka du'a oolan himan

  16. Wal haleeluu Huutii fi Saawud Arabiyaa waan hanga ammaatti beekamu

  17. Buufata Nukilaraa Iraan lafa jalaa Tiraamp haleeluf dhaadatan

  18. Gaalli Affaar ho'a hammaate dandamachuu dadhabuun du'aa jiru

  19. Haleellaa Huutii walitti bu'iinsa Baha Giddugaleessaafi diinagdee addunyaarratti sodaa uume

  20. Walgahiiwwan TPLF tibbanaa waa'ee muddama siyaasaa Tigraay maal akeeku?