Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Morokoon Nezerlaandis mo'atte, Jarman ni kufte

  2. IJOO

  3. Waraana Iraan imaammata Yunaayitid Arab Emireetis qaxanaa sana keessatti qabdu jijjiire

  4. 'Akkamitti Baaroo Tumsaa ajjeesta' jedheen gaafadhe

  5. Yunivarsiitiin Finfinnee enyuufaa qare?

  6. Waa'ee maatii Kantiibaa Adaanech kana beektuu?

  7. Gamtaan Awurooppaa muddamni kaaba Itoophiyaa isa yaaddessuu ibse

  8. Mana barumsaa US akka barattoonni Kitaaba Qulqulluu dubbisan dirqama gochuun mormiin mudate

  9. Ameerikaan Tigraayitti 'qaamolee adeemsa nagaa gufachiisan' akeekkachiiste

  10. Manni maree Tigraay labsiin dirqama loltummaa fi adabbii du'aa akka hojiirra oolu ajaje

  11. Afrikaa Kibbaatti guyyaan dhumaa godaantonni akka bahan kenname dhiyaannaan Embaasiin Itoophiyaa lammileen akka of eeggatan hubachiise

  12. Itoophiyaatti baankiin aannan harmaa itti kuufamu yeroo jalqabaaf baname

  13. Masjiidi Al-Aqsaa Yerusaalemitti argamu leellistoota Israa'eliin yaaddoo keessa galuu malaa?

  14. Naannoon Amaaraa hojjetoota mootummaa 'hidhattootti makamanii' turaniifi walitti bu'insaan buqqa'an hojiitti akka deebiyan murteesse

  15. Traamp kasaaraa waraana Iraan cufachuuf dolaara bil.87 Kongresii gaafate

  16. Iloon Maask torbee lama keessatti sadarakaa tiriileeyenummaa isaa dhabe

  17. Ijoo

  18. Komishiniin Marii Biyyaalessaa dhimma Finfinnee fi afaan hojii dabalatee qabxiilee 8 adda baase maal fa'i?

  19. Dooniin Itoophiyaa akkamiin Hormuuz keessa dabarte?