Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Tiraamp bo'icha sirna awwaalchaa Kameeniirratti yaada falmisiisaa kenne

  2. Hundeeffama waggaa 250ffaa US irratti Tiraamp qeeqame

  3. Qabeenyi Iraan uggurame eessa jira? Akkamiin deebifachuu dandeessi?

  4. Abjuu Ameerikaa waggoota 250 booda qormaata keessa jiru

  5. Waggoota 37'f Iraan bulchee haleellaa Ameerikaa fi Israa'eliin kan ajjeefame Ayaatolaah Ali Kameenii eenyu?

  6. Hogganaa Olaanaan Iraan Mojtaabaa Alii Kaameenii eenyu? Sirna awwaalchaa abbaa isaa irratti argamaa?

  7. Jiraattonni Hosaanaa maaliif saroota akka fixan ajajaman?

  8. Namooti gamoo dheericha Niiw Yoork yaabbachuun sirna naqataa raawwatan hidhaman

  9. Ameerikaa Kolaraadootti Paartii Demookiraatii bakka bu'uuf filannoo kan moote Meelaat Kiroos eenyu?

  10. Tiraamp erga aangootti deebi'ee kiriptoo irraa doolaara biiliyoona tokkoo ol argate

  11. Murteen Tiraamp lammummaa US'tti dhalachuun argamu hambisuuf yaalan maalii?

  12. Liqeessitoonni mootummaa Itoophiyaa himanna jechaa turan akkamiin waliigalan?

  13. Tiraamp sadi injifatamee injifannoo guddaa tokko argate- Mana murtii waliigalaatti maaltu isa mudate?

  14. Morokoon Nezerlaandis mo'atte, Jarman ni kufte

  15. IJOO

  16. Waraana Iraan imaammata Yunaayitid Arab Emireetis qaxanaa sana keessatti qabdu jijjiire

  17. 'Akkamitti Baaroo Tumsaa ajjeesta' jedheen gaafadhe

  18. Yunivarsiitiin Finfinnee enyuufaa qare?

  19. Waa'ee maatii Kantiibaa Adaanech kana beektuu?

  20. Gamtaan Awurooppaa muddamni kaaba Itoophiyaa isa yaaddessuu ibse