Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Karaawwan shan waliigalteen nagaa Iraan dhiibbaa sii fi maallaqa keerratti qabaachuu danda'u

  2. Injifannoo jalqabaa Kanaadaa hordofee waa'ee Alii Ahimed maaltu jedhame?

  3. Kuulanii Baqqalaa: Shamarree Haarvaardirraa Injiinaringiin qabxii guddaan eebbifamteen walbaraa

  4. US hogganoota TPLF fi maatiisaaniirra uggura viisaa keesse

  5. Itoophiyaatti gurbaan lukkuusaa dhukkubsatte hospitaala geessee ijoo dubbii ta'e kennaa argate

  6. Qabxiilee 14 waliigaltee walhubannoo US fi Iraan keessatti hammataman

  7. IJOO

  8. Tajaajila bishaan dhugaatii magaalaa Garba Gurraachaa eenyutu adda kute?

  9. 'Hidhi [Haaromsaa] Itoophiyaan ijaarte rakkoo guddaa Masiriitti uumaa jira - Tiraamp

  10. Somaaliilaand Israa'el irraa beekamtii argachuun booda Yeruusaalemitti embaasii banatte

  11. Tehraan waliigaltee akka mo'ichaatti beeksifattus lammiilee Iraaniif garuu waan murteessaadha

  12. Liyonel Meesiin Aljeeriyaa irratti galchii sadii galchuun rikardii cabse

  13. Gareen qindaa'e Waayit Haawusitti Tiraamp fi aanga'oota olaanoo US haleeluuf karoorsuu FBIn ibse

  14. IJOO

  15. FIFAn akkamiin Waancaa Addunyaarraa galii dolaara biliyeenaan lakkaa'amu sassaaba?

  16. Tigraayitti hojiirraa, daandii fi mana jireenyaatii waraanaaf nama guuruun yaaddoo uume

  17. IJOO

  18. Tiraamp Jimaata dursee qabxiilee waliigaltee US fi Iraan ifoomsuu danda'a- Vaans

  19. Xiyyaarri waraanaa Ameerikaa caccabee hojjettoota Booying dabalatee namoonni saddet du'an

  20. Waliigalteen Iraan Netaaniyaahuuf dhiphuu siyaasaa itti taha