Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Haleellaan tibbana Iraan taasifte tarsiimoo waraanaa haaraa ishee mul'isinnaa?

  2. Pireezidantiin Afrikaa Kibbaa tarkaanfii godaantota seeraan alaa irratti fudhatamu himan

  3. Pirezidantiin Ertiraa ji'oota keessatti yeroo lammataaf gara Kaayiroo imale

  4. US qabeenya Iraan biyyoota Galoo Galaanaa haleellaan miidhaman dandamachiisuuf oolchuufi

  5. Hegseet guyyaa yaadannoo D Day irratti 'weerara' godaantotaatiin awurooppaa qeeqe

  6. Dargaggoo damee muuziqaa Itoophiyaatti hedduu hin beekamneen beekamuuf dhama'aa jiru

  7. Haleellaan shororkaa finxaaleyyii keessaa fi alaan Itoophiyaatti yaalame fashalaa'eera- Min. Nagaa

  8. Gareen Biyyaalessaa Iraan viizaa US argate

  9. US fi Iraan Galoo Galaanaa keessatti walitti dhukaasan

  10. Yeroo ammaa meeshaaleen nukilaraa Iraan eessa jiru?

  11. 'Bu'aan filannoo diraamaa dursee hojjetamedha yaadi jedhu dhugaarraa kan fagaatedha'

  12. Ajjeefamuun abbaa seeraa 'Sirna Haqaarratti haleellaa jabaa raawwatamedha'

  13. Waancaa Addunyaa 2026 waan beekuu qabdan

  14. Ayaan Hirsii Alii: Dubartii 'falmisiistuu' Somaaliyaa baqattee Awurooppaa hanga UStti mirga dubartootaaf falmaa jirtu

  15. 'Ajjeechaa Arsiitti tibbana mudateef mootummaafi WBOn quba walitti qaban'

  16. Waldhabdeen Tiraampiifi Neetanyaahuu marii Iraan danqaa?

  17. Hogganaan Kooriyaa Kaabaa Kiim Joong Uun waa'ee haadhasaa maaliif dhoksa?

  18. Dhimma filannoorratti atakaaroo keessa kan jirtu Somaaliyaatti, masaraa mootummaa dhiyootti dhukaasni dhaga'ame

  19. Gamtaan Afrikaa fi IGAD waa'ee filannoo Itoophiyaa maal jedhan?