Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Gamtaan Afrikaa dhimma Itoophiyaa irratti walga'ii ariifachiisaa akka waamuuf Aministiin gaafate

  2. 'Irreecha araaraa, nagaafi jaalalaa akka ta'u hawwina' - Abbaa Gadaa Tuulamaa

  3. Irreecha ilaalchisee qabxiiwwan ijoo beekuu qabdan shan

  4. Dursaan TPLF Dabretsiyon waa'ee waraana deemaa jiruu maal jedhe?

  5. 'Gaaffiin Oromoo afaan qawweefi keettoo diinaa tahuun deebi'u kana booda abadan hin jiru' - MM Abiy

  6. Gamtaan Afrikaa Itoophiyaa, Masriifi Ertiraa gidduu muddamni hammaachuun isa yaaddessuu hime

  7. Itoophiyaan dippilomaatonni Ertiraa sa'aatii 48 keessatti akka bahan ajajuu hordofee Ertiraan deebii kennite

  8. Finfinneetti halkan waarii dho'insi dhaga'amuu jiraattonni himan

  9. Fiigicha badhaasa hanga birrii miiliyoona 1 argamsiisu dabalatee taateewwan Irreechaa ijoo

  10. Loltoonni Ertiraa daangaa Itoophiyaa seenuun lola banan jedhe mootummaan Naannoo Affaar

  11. Waa'ee xiyyaara balalii gara Israa'el irratti gufachuun Sa'uudii qubatee maal beekna?

  12. Dubartiin duuti itti murame qoricha ishee ajjeesuuf waraanamterraa haftee hospitaala galte

  13. Qabxiilee ijoo

  14. Finfinneefi naannawaasheetti diroonii balaliisuun dhorkame

  15. Waraana Allaamaaxaafi naannichatti gaggeeffameen waayee miidha qaqqabee waan beeknu

  16. Paayilatootni qilleensarratti wal reeban, tokko waraaname xiyyaarris kallattii jijjiirrate

  17. WBOn tumsa hidhattootatti dabalamuun Oromoo biratti maaf mufii uume?

  18. Guyyaa Afaan Hiikuu Idil-addunyaa: Qulqullinni Afaan Oromoo maalirratti argama?

  19. Atileet Tigist maraatoonii Barliin irratti erga miidhamtee maal keessa jirti, egeree isheef yaaddessaadhaa?

  20. 'Uummata koo yoon arge nan fayya'- Artist Kadir Martuu