Qabxiilee ijoo
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Sooriyaan loltoota ishee gara Sa'uudii Arabiyaa erguuf
- Aanga'aan naannawa sanaa tokkoo fi aanga'oonni Sooriyaa lama akka himanitti gorsitoonni waraanaa Sooriyaa loltoota dursuun gara Sa'uudii Arabiyaa imalaniiru.
- Benishaangul,Odaa Bildigiluutti namoonni 50 hidhattootaan ajjeefamuu poolisiin hime
- Odeessaalee biroo karaa Marsariitii (Website), Instagram, YouTube, Facebook, WhatsApp fi TikTok keenyaas ni argattu.


















