Koronaavaayiras: Magaalaawwaniifi daandiiwwan addunyaa hedduun onaa jiru

Maxxanfame

Weerarri koronaavaayiras bakkawwan namoonni yeroo baayyee itti walitti qaban akka ona ta'an godheera. Kun kan ta'e labsii mootummaan akka sochiin ummataa dhaabbatuuf taasiseefi namoonni dhuunfaadhaanis tarkaanfii fudhatanirraa kan ka'een.

Magaalaa Landan keessatti saatii namoonni karaa irratti heddumaatu turan dubartiin tokkittii riqicha Miliiyineemiirra yeroo deemtu
Ibsa waa'ee suuraa, Magaalaa Landan keessatti saatii namoonni karaa irratti heddumaatu turan dubartiin tokkittii riqicha Miliiyineemiirra yeroo deemtu. Ministirri Muummee biyyattii Booris Joonsan koronaavaayirasii ittisuudhaaf namoonni akka imala dhaabaniifi walitti hin dhiyaanne gaafataniiru.
Presentational white space
Namni tokko yeroo qarqara galaana Mediteraniyaanii dhaabbatee ilaalaa jira
Ibsa waa'ee suuraa, Faransaay magaalaa Niisee keessatti namni tokko yeroo qarqara galaana Mediteraniyaanii dhaabbatee ilaalaa jira. Kibxata irraa kaasee namni akka manaa hin baane dhorkameera.
Presentational white space
Dubaay, Yunaayitid Arab Imratis keessatti suura qarqara galaanaa qullaa ta'e agarsiisu
Ibsa waa'ee suuraa, Dubaay, Yunaayitid Arab Imratis keessatti suura qarqara galaanaa qullaa ta'e agarsiisu
Presentational white space
Xaaliyaan magaalaa Milaan keessatti naannoon Piyaasaa onee mul'ata
Ibsa waa'ee suuraa, Xaaliyaan magaalaa Milaan keessatti naannoon Piyaasaa onee mul'ata
Presentational white space
Indiyaa, delii keessatti bakki kanaan dura hawata turistiin beekamu Siidaan Saafdaarjung qullaa ta'eera
Ibsa waa'ee suuraa, Indiyaa, delii keessatti bakki kanaan dura hawata turistiin beekamu Siidaan Saafdaarjung qullaa ta'eera
Venezuweelaa magaalaa Karakaas keessatti daandiin guguddaan qul'aa ta'eera
Ibsa waa'ee suuraa, Venezuweelaa magaalaa Karakaas keessatti daandiin guguddaan qul'aa ta'eera
Presentational white space
Ameerikaa, magaalaa Niiwuu Yoork keessatti daandiin Manhattan qullaa ta'eera
Ibsa waa'ee suuraa, Ameerikaa, magaalaa Niiwuu Yoork keessatti daandiin Manhattan qullaa ta'eera
Presentational white space
Loltoonni Ispeen naannoo magaalaa Maadiriiditti gareen birmannaa mul'ataa jiru
Ibsa waa'ee suuraa, Loltoonni Ispeen naannoo magaalaa Maadiriiditti gareen birmannaa mul'ataa jiru
Presentational white space
Giddu-galeessa Veenaa keessatti namoonni lama addabaabaayii qullaarra yeroo taa'an
Ibsa waa'ee suuraa, Giddu-galeessa Veenaa keessatti namoonni lama addabaabaayii qullaarra yeroo taa'an
Presentational white space
Libaanos, magaalaa Sidoonaa keessatti namoonni daandii qullaa Korniichee irra yeroo deeman
Ibsa waa'ee suuraa, Libaanos, magaalaa Sidoonaa keessatti namoonni daandii qullaa Korniichee irra yeroo deeman
Presentational white space
Magaalaa Baangikook keessatti jaalalleewwan Laga Chaa'oo Firaayaa irra yeroo bidiruurra qophaa isaanii imalan
Ibsa waa'ee suuraa, Magaalaa Baangikook keessatti jaalalleewwan Laga Chaa'oo Firaayaa irra yeroo bidiruurra qophaa isaanii imalan
Presentational white space