Suuralee Ayyaana Waggaa Haaraa 2019 addunyaa

Maxxanfame

Magaalaa adduunyaa addaa addaattii namootni kitilaan lakkaa'aman richiitiin gurguddoon dhukaasuunfi ibsaa addaa addaa ibsuun waggaa haaraa simataniiru.

Magaalaa Landanitti agarsiisi richiitii daqiiqaa 10f iddoo beekama 'London Eye' irraa dhukaasameera.
Ibsa waa'ee suuraa, Magaalaa Landanitti agarsiisi richiitii daqiiqaa 10f iddoo beekama 'London Eye' irraa dhukaasameera.
Waggaan haaraa Niiwyoorkitti gammachuufi roobaan simatameera.
Ibsa waa'ee suuraa, Waggaan haaraa Niiwyoorkitti gammachuufi roobaan simatameera.
Magaalaa Barliin siidaa 'Brandenburg Gate' olittii richiitiin gara waaqatti dhukaafame.
Ibsa waa'ee suuraa, Magaalaa Barliin siidaa 'Brandenburg Gate' olittii richiitiin gara waaqatti dhukaafame.
Magaalaa Naayroobiitti qophii jala bultii waggaa haraa irratti richiitiin halkaniicha ibse.
Ibsa waa'ee suuraa, Magaalaa Naayroobiitti qophii jala bultii waggaa haraa irratti richiitiin halkaniicha ibse.
Namootni kumaan lakkaa'aman agarsiisa adda addaafi richiitii ilaaluuf magaalaa Piyoongyaang, Kooriyaa Kaabaatti walitti qabamaniru.
Ibsa waa'ee suuraa, Namootni kumaan lakkaa'aman agarsiisa adda addaafi richiitii ilaaluuf magaalaa Piyoongyaang, Kooriyaa Kaabaatti walitti qabamaniru.
Kooriyaa Kibbaa, qarqara galanaa magaalaa Gangneyungitti richiitiin namoota ayyaana kabajaniin dhukaasameera.
Ibsa waa'ee suuraa, Kooriyaa Kibbaa, qarqara galanaa magaalaa Gangneyungitti richiitiin namoota ayyaana kabajaniin dhukaasameera.
Gamoon guddichaa adduunyaa, Burj Kalifa, Dubaayitti richiitiin ifee ture.
Ibsa waa'ee suuraa, Gamoon guddichaa adduunyaa, Burj Kalifa, Dubaayitti richiitiin ifee ture.
Dubartiin takka goolgee ijaa "2019" jechuu kaawwattee qophii jala bultiii ayyaana waggaa haraa magaalaa Quezon, Filippiins hirmaatti.
Ibsa waa'ee suuraa, Dubartiin takka goolgee ijaa "2019" jechuu kaawwattee qophii jala bultiii ayyaana waggaa haraa magaalaa Quezon, Filippiins hirmaatti.
Richiitii gamoo Taipei 101, Taayiwaan, irraa dhuka'uu suuraan argachuuf namootni hedduun bilbila isaanii fayyadamu.
Ibsa waa'ee suuraa, Richiitii gamoo Taipei 101, Taayiwaan, irraa dhuka'uu suuraan argachuuf namootni hedduun bilbila isaanii fayyadamu.
Hoong Koongitti kabaja waggaa haraa 2019f richiitiin waaqa ibsee ture.
Ibsa waa'ee suuraa, Hoong Koongitti kabaja waggaa haraa 2019f richiitiin waaqa ibsee ture.
Agaarsiisa richiitii Siingaapoor namooti hedduu daawwataniiru.
Ibsa waa'ee suuraa, Agaarsiisa richiitii Siingaapoor namooti hedduu daawwataniiru.
Richiitiin riqicha Sidnii Harbar, Awustraliyaa irraa daqiiqa 12f dhukaafamaa ture.
Ibsa waa'ee suuraa, Richiitiin riqicha Sidnii Harbar, Awustraliyaa irraa daqiiqa 12f dhukaafamaa ture.