Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ulaa galaanaa Baab El Mendeb Itoophiyaatti dhihoo jiru Iraan akka hin cufne yaaddoo uume

  2. Gatiin konkolaattota elektirikii Itoophiyaatti 'garmalee' dabaluun waraana Iraan waliin hidhata qabaa?

  3. Halaabaatti daa'imman lama lagni nyaate guyyoota sadii oliif reeffi barbaadamus hin argamne

  4. 'Miilaan imaluu aadeffadhaa'-Tarkaanfiiwwan mootummaan boba'aa qusachuuf baase maali fa'i?

  5. Ameerikaan Odoola Iraan Kaargi akkamitti to'achuu dandeessi?

  6. ABO'n waggoota 30 oliin booda filannootti deebi'uun siyaasa biyyattiif maal akeeka?

  7. Carraan US waraana lafootiin Iraan weeraruu hagami?

  8. Itoophiyaatti hanqina boba'aa mudateen hojjetoonni mootummaa boqonnaa akka bahan taasifamuufi

  9. UAE'n waraana Baha Giddugaleessaa keessatti gaggeeffamaa jiruun maaliif gatii guddaa baasaa jirti?

  10. Amantiin tokko isa kaaniin 'karaa sirrii irra hin jirtu,' jechuu danda'aa? Seerri maal jedha?

  11. Sababa boba'aa Masiriin suuqiifi manneen nyaataa yeroon yoo cuftu, Awustiraaliyaan geejjiba ummataa bilisa goote

  12. Huutiin imala doonii Galaanaa Diimaarraa kan danqu taanan diinagdeen addunyaa kasaaraa caalutti seena

  13. Bishaan akkamitti boba'aan qixxee qaama waraana Baha Giddugaleessaa ta'a?

  14. Namoota beekamoorratti himatni birrii biliyoona 1.7 waliin dhahuun dhiyaate maali?

  15. Iraan Ulaa Hormuuz cufuunshee xaa'ooo, qorichaafi omishaalee murteessooo ta'anirratti dhiibbaa qabaatu

  16. Hanqina boba'aa magaalota Itoophiyaa hiriira konkolaataan dhiphisaa jiru