Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Pireezidantiin Ertiraa gara Saa'udii yeroo imalan suuraan agarsiisu 'footooshoop' taheeraa?

  2. Dhalattoonni Itoophiyaa sagal US'tti yakka 'balaafamaa' raawwatan jedhamuun adda baafaman

  3. Finfinneen magaalota Afrikaa 10 akkaan qaalii ta'an keessaa akkamiin jalqabarratti eeramuu dandeesse?

  4. Tiktookaroota 'safuu cabsan' himata akkamiitu eeggata? Adabbiinoo?

  5. Pirezidant Isaayaas Sa'udiin dhimma Laga Abbayaarratti ga'ee akka qabaattu gaafatan

  6. Namni birriin mil. 8.4 dogongoraan seeneef abbaaf deebisan maal jedhu?

  7. 'Hacuuccaa waggoota shanii' falmitoota mirga namoomaa Itoophiyaarra gahe qorannoon ifa baase