Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Mootummaan Itoophiyaa waraana jalqabuuf sababa barbaadaa jira - Ertiraa

  2. 'Miira ciniinsuun seeminaara dhiyeessaa ooleen borumtaasaa dahe' - Dr Daagimaawwit Kiflee

  3. Gudunfaa:

  4. Ijoolleen hawaasa horsiise-bulaa Oromoo Keeniyaa keessaa bahan qormaata biyyaalessaan seenaa galmeessan

  5. Wal dhabdeen Somaaliyaa fi michuushee UAE gidduutti uumame maali?

  6. Sadarkaa paaspoortii biyyoota addunyaa bara 2026'n kan Itoophiyaa sadarkaa maalirra jira?

  7. Haala rakkisaa keessatti Yun. Dambi Doolloo hogganuun maqaa gaarii kan horatan Dr. Lataa Tesfaayee eenyu?

  8. 'Tarkaanfii Tiraamp godaantota Minesootaa jiraatan irratti fudhataa jiruun sodaa guddaan uumameera' - Lammiilee Itoophiyaa

  9. Shah hanga Ayaatollaa: Seenaa Warraaqsa Iraan duuba maaltu jira?

  10. Pirezidant Isaayyaas gaaffii Galaana Diimaa Itoophiyaan dhiyeessaa jirtuufi muddama naannichaarratti maal jedhe?

  11. Wallagga Lixaatti 'hidhattoonni WBO' hojjettoota Itiyoo Telekoomii fi dhaabbata Chaayinaa ZTE 11 butan

  12. Itoophiyaan dorgommii Gaanfa Afrikaatti cime akkamiin irra aanti?

  13. Tiraamp 'Iraan mari'achuu barbaaddi, garuu dursa tarkaanfii fudhanna' jedhe, Iraan haaloo ba'uuf dhaadatte

  14. Ispeeshaalistii Itoophiyaa, Hinditti kaansariirraa tiruu obboleessi arjoomefiin fayye

  15. Jeneraalli waraanaa duraanii Tiraampiin jaallataman Pirezidaant Abdel Fattah Elsisi eenyu?

  16. Waa'ee Buufata Xiyyaaraa Idiladdunyaa Bishooftuu waggaan imaltoota mil.100 ol simatuu qabxiilee ijoo

  17. US shaakala waraanaa biyyoonni michuushee hin taane taasisan akkamitti ilaalti?

  18. 'Xiyyaara pirezidantii duraanii Somaaliyaa, Sa'id Baarree icciitiin Somaaliyaatti deebise'

  19. Intala 'gootichaa' fi 'arjaa' Daraaraa Kafanii kan taate Dr Milkii Daraaraa eenyu?

  20. Jawaar bulchiinsa MM Abiy, filannoo, KFO, WBO, TPLF fi Faannoorratti maal jedha?