Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti
Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Baaleetti garaa gaala tokkoo keessaa dhakaa fi lafeen kuntaala walakkaa ta'u akkamiin bahe?
Hokkorri Iraan keessatti ka'e garamitti deemaa jira?
'Oolmaan kol. Abdiisaa Aagaa biyyaaf oole hin kanfalamne'-Ilmasaa
Dandeettii Afaan Ingiliziin Keeniyaan Afrikaarraa sadaffaadha, Itoophiyaanoo?
Jala bultii Ayyaana Dhaloota Kiristoos Addabaabayii Masqalaatti adeemsifame
Haleellaa hidhattoonni Shawaa Kaabaatti otobisiirratti bananin maaltu ta'e?
Ameerikaan waraana dabalatee mala ittiin Giriinlaandi qabattu mari'achaa jirti - Waayit Haawus
Biyyootni Ayyaana Dhaloota Iyyesuus Kiristoos har'a kabajan kam fa'i?
Ertiraan 'kaartaa qondaalonni waraana Itoophiyaa qabatanii mul'atan' jette irratti deebii kennite
Aanga'aan Somaaliyaa kora Gamtaa Afrikaa irratti beekamtii Israa'el Somaalilaandiif kennite balaaleffatan
Ajajaan Poolisii duraanii buufata Asab waa'ee Asab kaleessaafi har'aa maal himu?
Humni waraanaa US Nikoolas Maduuroo to'ate, Deeltaa jedhamu, kan akkamiiti?
Dhalataan Oromoo lammii Kaanadaa Alii Ahimad Noorwich Siitiif mallatteesse
Dhalataan Itoophiyaa Sudaan Kibbaa fi Filisxeemotaaf qabsaa'e maal hima?
Mootii muuziqaa jaazii Itoophiyaa kan jedhamu Mulaatuu Astaaxiqee eenyu?
Ambaasaaddarri Itoophiyaa waa'ee Somaalilaand, TPLF, Masrii maal jedhu?
Gumii Eeldallootti Poolisiin meeshaa waraanaan doorsisee Haadha ijoollee shanii gudeede hidhaan adabame
Somaaliyaan walga'ii Mana Maree Nageenyaa UN akka dursituuf filatamte
'Asmaraafi Asab qabachuu kan nu dhorke Mallasiifi Ameerikaadha'