Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Gamtaan Awurooppaa dhorkaa viizaa Itoophiyaarra kaa'ee ture kaase

  2. Gareen 'warreen fonqolcha mootummaan aangoo qabatan baasnee Maqalee galla' jedhu eenyu?

  3. Tiraamp gaaffii biyyoota Galoo-galaanaan haleellaa Iraan haaraa yeroof haquu hime

  4. Yeroo waraana Iraan, Paakistaan jeettota waraanaa fi loltoota kumaatama Sa'udiif ergiteetti- Maddeen

  5. Xiyyaara J-10C: Xiyyaara waraanaa Chaayinaa balaa guddaa qaqqabsiisu

  6. IJOO

  7. Waliigaltee Masirii fi Eertiraan dhimma Galaana Diimaa irratti walii mallatteessan maal qabata?

  8. Tiraamp yeroon 'gahaa jira' jechuun Iraaniin akeekkachiisan

  9. Ameerikaatti jeettiiwwan waraanaa agarsiisarra turan lama walitti bu'an

  10. Dirooniiwwan Hezboollaa humna ittisaa Israa'eliif qormaata ta'aa jiran

  11. Ka'abaa eenyutu ijaare?

  12. MM Abiy waa'ee warshaa xaa'oo Itoophiyaafi biiliyeenarri Afrikaa Aliikoo Daangootee ijaarsisaa jiranii maal jedhan?

  13. Addunyaan maallaqa Chaayinaa yuwaaniin daldaluutti ce'uufi?

  14. Biyyoota Arabaa kamfaatu Israa'el waliin michummaa gaarii qaba?

  15. Mariin Biyyaalessaa kan gaggeeffamaa jiruuf yeroo aangoo gaggeessaa biyyaa 'daangessuufi'- MM Abiy

  16. Iraan keebilii interneetii galaana jalaa kutuu maltii?

  17. Sa'udi Arabiyaan maaliif iccitiin Iraan haleelte?

  18. Haleellaa hidhattootaan Matakkal keessatti raawwateen namoonni 30 ajjeefaman

  19. Namichi sobaan 'dabballee ABO Shaneeti' jedhee hiriyaasaa hiisise hidhaa cimaan adabame

  20. Bidiruuwwan xixiqqaa Ulaa Hormuuz irratti humna galaanaa Ameerikaa qoraa jiran