Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.
Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi
Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf
Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti
Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.
Haguuggii Tamsaasa Kallattii
Holqi Soof Umar bakka dagatamee MM Abiyyiin yaadatame amma maalirratti argama?
'Nama ta'aa, namummaan haa dursu' - duree amantaa Islaamaa Muftii Haji Umar Idiriis eenyu?
'Abbaa malee hafne' - Lammilee Keeniyaa du'a MM duraanii Odingaa gaddaa jiran
'Hamaas namoota nagaa haleelun waliigaltee dhukaasa dhaabuu cabsuuf akka jedhu ragaa qabataman qaba' - US
Maanguddoon Oromoo TikTok irratti qoosaa dhiyeessaniin jaalala horatan maal jedhu?
Tibbana Itoophiyaan humna waraanaa adda tahe akkamii leenjisuu jalqabde?
Itoophiyaan marii faayinaansii Waashingitan DC irraa maal buufatte?
'Saatii dheeraaf dhoqqee qotee ambulaansiin bahuu dinnaan taa'ee boo'e'
Aanga'oonni Masrii dhimma Itoophiyaarratti maal mari'atan?
Sirna Dhibaafannaa Ayyaantotaa fi dhibdee Hora Harsadii tibbanaa
Waldhabdee naannolee Sumaalee fi Oromiyaa, Cinaaksanitti irra deddeebiin mula'atu maaf furmaata dhabe?
Haadha ilmaan sadii baajaajii konkolaachisuun ijoolleeshee barsiifattu
Mana hidhaatii hanga masaraa mootummaa: Qondaalli waraanaa fincila qeerroo Madagaaskariin aangoo qabate eenyu?
Tigraayitti muddamni itti fufe: Warri karaa cufu eenyu?
Dirree waraanaatti adamsuurraa hanga Masaratti simachuu Sharaa fi Puutiin falmii kaase
Liqeessitoonni Itoophiyaa biyyattii 'seeraan' gaafachuu malla jedhan
Keeniyaatti sirni paartii tokkoo gara paartii daneessaatti akka jijjiiramu kan qabsaa'e, Raayilaa Odiingaa, eenyu?
Dhimmi Hidha Haaromsaa Itoophiyaa dhimma ijoo Tiraamp - Gorsaa Pirezidantichaa
Imala konkolaataa Naqamtee- Giddaa, ummata gatii lubbuufi maallaqaa baasisuu itti fufe