Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Zimbaabiween lammiileenshee 15 waraana Raashiyaan ajjeefamuu ibsite

  2. UN daldala garbaa 'yakka hunda caalaa hamaa dhala namaarratti raawwate' jechuun beekamtii kenne

  3. Yuunivarsiitiin 'AI' akka addunyaatti 2ffaa ta'u Itoophiyaan eegaluuf jettu maali?

  4. Karoorri nagaa Tiraamp 15'n waraana dhaabuuf baasaniifi Iraan mormitu maali?

  5. Filannoo darberratti Finfinneetti Badhaadhina bakka bu'uun filataman keessaa dhibbentaa 60 ol kan biroon bakka buufaman

  6. Warra Oromiyaa keessatti filannoorratti hirmaanna jedhan hin tuqnu, garuu filannichi 'fakkeessuudha' - WBO

  7. US loltoota dabalataa kumaatamaan lakkaa'aman Baha Giddugaleessaatti ergufi

  8. Abdiin marii Ameerikaafi Iraan Netaaniyaahuu yaaddessaa?

  9. US fi Iraan waraana dhaabuuf maaltu gufuu itti ta'a?

  10. Waa'ee Filannoo Itoophiyaa marsaa 7ffaa hanga ammaa waan beeknu

  11. Hoggantoota olaanoo Iraan 20 guyyoota 20 keessatti ajjeefaman

  12. Iraanirratti ejjennoon Tiraamp kami: Marii, dippilomaasiimoo doorsisa?

  13. Biyyoota Galoo Galaanaa maaltu haaloo bahuuf isaan kakaasuu danda'a?

  14. Humni waraanaa addaa mootummaa Iraan jalatti aangoo tiksu 'Baasij' maali?

  15. Biyyoota waraanni Ameerikaa itti duuletti maal maaltu ta'e?

  16. Rakkoo waraanni Iraan Chaayinaafi fedhiisheerratti uume