Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Saa'udiin haleellaa qilleensaan nama 33 ajjeeste jedhe Huutiin

  2. US sagantaa niwukilaaraa Iraan irratti nama odeeffannoo kenneef badhaasa dolaara mil 20 dhiyeessite

  3. Benishaangul,Odaa Bildigiluutti namoonni 50 hidhattootaan ajjeefamuu poolisiin hime

  4. 'Shanee Afaan Amaaraa fi Afaan Oromoo dubbatutu wal tumsee namoota nagaa ajjeesa'-Obbo Hayiluu

  5. ABO'n 'weerara lafa 'daangaalee Oromiyarratti gaggeeffamaa jira' jedhu balaaleffate

  6. Raayyaan Ittisaa Maqaleetti sa'aatii sochii konkolaataa daangesse

  7. AI'n Itoophiyaatti afaanota 8'n wal baraa jiraachuu quba qabduu?

  8. 'Miidiyaan si'a shanii ol maal akka balleesse osoo itti hin himamiin akeekkachiifni itti barreeffame hin jiru' - Amb. Rediwaan

  9. "Hawwiinkoo guddaan qorannoo hawaa ture": Waggoottan ja'an Tigraay waa hundi itti jijjiiraman

  10. Qe'ee akaakileen ishee gabrummaan itti hidhaman bulchuuf kan filatamte Kiishaa Laans eenyu?

  11. 'Anaa imaltuuf bahe lolli ka'e, guyyoota 8 marmaareen kaampitti ilmaan kootin wal arge' - Haadha Mooyyalerraa buqqaate

  12. Itoophiyaafi Sudaan dippilomaatota 'walirraa ari'an, qontsilaa cuccufan'

  13. Dargaggoota hiddi dhalootasaanii Afrikaa ta'ee fi filannoo walakkeessaa Ameerikaatiin seenaa hojjetan

  14. Dimokiraatonni filannoo Ameerikaa injifachuun godaantota Itoophiyaaf hiika akkamii qaba?

  15. Itoophiyaatti yaaddoo nageenya oonlaayinii daa'immanii dabale

  16. Waraanni Iraan filannoo walakkeessaa US irratti akkamiin dhiibbaa uume?

  17. Senaatera Musliima US isa jalqabaa ta'uun kan filatame Abdul El-sayed eenyu?

  18. 'Ganama fiigicha shaakalee of gargaaruuf waareebooda akaayii gurgura' - Atileet Fayyinee