Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Wal himannaa Itoophiyaafi Sudaan booda Ameerikaan waamicha taasiste

  2. 'Nama wayii dhoofne' - Xiyyaarri daandiirra akkamiin nama ajjeese?

  3. Waraana US fi Israa'el Iraan irratti banan: Lola tokkicha gareen lachuu injifanne jedhan

  4. Qoqqobbiiwwan Ameerikaan Ertiraarra keessee turte kan akkamiiti? Addatti eenyufaa ilaallata?

  5. Askum 'Magaalaa Qulqullittii' jedhee moggaasuun seerota kana ibsan baasuu Sinoodoosiin Tigraay ibse

  6. Wantoota samiirra bololi'anii fi ifa samii: Ragaaleen Peentaagon gadhiise waa'ee UFO maal nutti hime?

  7. 'Tehraan uggura ji'a afurii damdamachuu dandeessi' -CIA

  8. Dhaabbilee boba'aa hanga baankotaa- kaampaanota waraana Iraan irraa biliyoonota buufatan

  9. 'Pirezidantii lama Tigraayitti' - TPLF si'achi maal godha? Mootummaan maa callise?

  10. Poolisiin Itoophiyaa invastara beekamtuu yakka jabaan shakkee barbaaduu eegale

  11. Aangoon Bulchiinsa Yeroo Tigraay ''humnaan fudhatamaa'' jira - L/T Taaddasaa

  12. Gujiitti ogeessi fayyaa namni inni wallaanu du'uutti gaabbuun of ajjeesee?

  13. Dirribee Gadaa: Diddaa barattoota Garba Gurraachaa, hidhaa Maa'ikalaawii hanga Ameerikaa

  14. Loltuun Israa'el siidaa Durboo Maaramiitti tamboo afaan kaa'e dheekkamsa kaase

  15. TPLF himata mootummaa federaalaa 'naannicha gooluuf waraana Sudaan waliin tumsaa jira' jedhuuf deebii kenne

  16. US fi Iraan waraana kana xumuruuf dhihaataniiruu?

  17. Oduu Ijoo

  18. Biyyi ​​Islaamaa nukilera hidhattee, akka riqichaatti addunyaa tajaajilaa jirtu eenyu?

  19. Oduu ijoo

  20. US qoqqobbiiwwan Ertiraa irraa kaasuuf akka jirtu sanadi keessoo mootummaa biyyattii mul'ise