Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Netaaniyaahuun waraanni isaa Hezbollaah irratti 'tarkaanfii cimaa' akka fudhatu ajaje

  2. Kuufamni yuraaniyeemii gabbatee Iraan qabdu meeshaa waraanaa nukilaraa omishuu dandeesisaa?

  3. Tigist Maaraatoonii Landanitti riikardii cabsuuf akka yaadde BBC'tti dubbatte

  4. Haleellaa Matakkalitti raawwateen ''hojjattoonni qeeraa torba ajjeefamuu'' jiraattonni himan

  5. US qoqqobbii Ertiraarra kaastee hariiroo cimsachuu yaaddi, gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaarratti dhiibbaa qabaa?

  6. Asseet Darajjee, Mis World Africa 2025, shaampiyoonaa dargaggootaafi Ambaasaaddara UNFPA ta'uun filatamte

  7. Koloneel Dammaqan gabaasa HRW 'kijibaafi loogii qaba' jedhan

  8. Loltuun US to'atamuu Maduroo irratti doolaara 400,000 qabsiise himatame

  9. Ijoo

  10. Walqaayitiifi Humaraatti dhalattoonni Tigraay 'hayyama qondaalotaa malee akka hin sochoone' godhamaa jiru -HRW

  11. Iraan waliigalteen dhukaasa dhaabuu waan cabeef Ulaan Hormuuz hin banamu jette

  12. Iraan haleellaa raawwachuu booda dooniiwwan lama to'achuu ibsite

  13. Itoophiyaatti dubartii waggoota hedduuf dhukkubsataa turte keessaa cirrachi hadhooftuu 500 ol bahe

  14. Himatawwan haaraa sadeen Obbo Taayyeerratti banamanii turan adda citan

  15. Loltuun Israa'el Libaanositti siidaa Yesuus Kiristoos burruusaan mancaase adabame

  16. Seenaa dubartoota gurraachaa qoricha adoochaa malee waldhaansi baqaqsanii hodhuu irratti gaggeeffame

  17. Iraan-Hormuuz- Humna galaanaa fayyadamuun ulaa cufuun hangam milkaa'a?

  18. TPLF bulchiinsa yeroo diiguuf murteessuu hordofee jiraattonni naannoo Tigraay maal jedhan?