Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. MM Israa'el dhoksaan UAE daawwachuurratti Iraan fi UAEn deebii kennan

  2. Atileetonni utuu shaakalarra jiranuu wanti du'aaf isaan saaxilu maali?

  3. Ameerikaan qoqqobbii waraanaa Itoophiyaarra keessee turte kaafte

  4. Sirni ittisa misaa'elaa Tiraamp 'Golden Dome' doolaara tiriliyoona 1.2 baaasu haleellaa hunda hin qolatu jedhame

  5. Sa'uudiifi UAE'n Iraan irratti haleellaa raawwachuu gabaasni mul'ise

  6. Ameerikaan qoqqobbii Ertiraarraa kaasuun gaaffii inni kaasu

  7. Ob. Zagayyee Asfaaw: Hayyuu Qonnaan bulaa ciisanyummaa baasee abbaa lafaa taasise

  8. Paakistaan xiyyaarota waraanaa Iraaniif dawoo kennuun marii US fi Iraaniif maal akeeka?

  9. Hogganaan Pireesii Bulchiinsa Yeroo Tigiraay hidhamuu BBC'n mirkaneesse

  10. Egeree qindoominaa fi hariiroo mishaa moo waraana- walga'iin Tiraamp fi Shii bu'uura akkamii kaa'ee darba?

  11. Itoophiyaafi Ameerikaan dhimmoota ijoo sadiirratti waliigaltee mallatteessan

  12. Tiraamp dhukaasa dhaabuun US fi Iraan 'haala yaaddessaa' keessa jira jedhu

  13. Abbaan ijoollee jaha haati warraa qaama saalaa irraa muran maal jedhu?

  14. Biyyoota Afrikaa Sahaaraa gadii 10 bay'inaan meeshaa waraanaa alaa galchan

  15. Murteen qabxii 10 qabu Mojtaabaa Kameenii ulaa Hormuz irratti dabarsan maali?

  16. Neetaaniyaahuun Israa'el deeggarsa waraanaa US jalaa ba'uu akka qabdu ibse

  17. Tiraamp wixinee yaadaa US waraana dhaabuuf dhiheessite irratti deebii Iraan kennite fudhatama dhabsiise

  18. Waraanni Iraan waa'ee biyyattii waan haaraa maal addunyaa barsiise?

  19. Godina Shawaa Lixaatti konkolaataan akkamiin namoota 18 galaafate?

  20. Namichi Aadde Adaanach Kumsaa 'ajjeesuun bineensa nyaachise' to'atamuu poolisiin beeksise