Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Fudhatamummaan Traamp 33%tti gadi bu'e

  2. IJOO

  3. Tarkii, Sa'ud Arabiyaafi Paakistaan humna 'NATO biyyoota Musiliimaa' hundeessaa jiruu?

  4. Komishiniin Marii Biyyaalessaa komii ABIN'f deebii kenne

  5. Ajajaan duraanii ergama addaa Somaaliyaa-AMISOM hoogganaa poolisii naannoo Amaaraa ta'an

  6. Tiraamp hogganaa Kooriyaa Kaabaa deeggaruu? Karoorri haaran Tiraamp maal mul'isa?

  7. Ergamaan addaa Tiraamp Hoggana Haamaasiin wal argee Gaazaarratti dubbate

  8. 'Kun bara xumuraakooti' -Ronaaldoon barana soorama bahuufi

  9. Falmiin Finfinnee irratti ka'e maali?

  10. Liigiin Arabaa haleellaan Israa'el Libaanositti raawwataa jirtu irratti akeekkachiisa baase

  11. Gaaffii ABIN dhimma Finfinneerratti kaasee fi yaada qondaala mootummaa

  12. Qataar himata Iraan akka paayileetota ishee boojite gadhiiftu dhiyeessiteef deebii kennite

  13. Angar Guuteetti maaltu ta'e?

  14. Neetaniyaahuun, 'Rippaablika Islaamaa Biriiteen' jechuun UK ibse

  15. Dooniin US xiyyaara baatu baraarsaaf gara Baha Giddugalaa imaluu eegale

  16. Iraan waraana Ameerikaa waliin gaggeessitu yeroo hangamiif itti fufsiisuu dandeessi?

  17. IJOO

  18. Magaalaa guddoo Itoophiyaafi Oromiyaa kan taate Finfinneerratti maaf falmiin ka'a?

  19. Xiyyaarri Itoophiyaa akkamiin kufe?

  20. Tiraamp maaliif dhokatan?