Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. 'Dirooniin humnoota Tigraay ajjeese'

  2. Yaaddoo Iraan Tiraamp konkolaataa nyaata baatu keessa dhokachuun xayyaara akka jijjiiratan taasise

  3. Haleellaan diroonii 'humnoota Tigraay irratti xiyyeeffate' gaggeeffamuu maddeen ibsan

  4. Himatamtoonni dhimma isaanii mana murtiitti ilaalamaa jiru irratti miidiyaarrattii ibsa kennuu danda'uu?

  5. Jaarsummaan cidha caalee? Abaaboo birrii 500,000 jaarsummaaf ergaman

  6. Komishiniin Marii Biyyoolessaa hanga ammaa ajandaa kamirrattuu "murteen kenname hin jiru" jedhe

  7. Israa'el karoora nagaa Gaazaa Tiraamp baase kuffiste

  8. Ertiraan walabummaa Itoophiyaa sarbuun humna waraanaa Tigiraayitti ergiteetti- Amb. Suleymaan Daddafoo

  9. Waa'ee dhukkuba Itoophiyaatti namootni qoricha aadaan of miidhaa jiran kana quba qabduu?

  10. 'Qophiin waraanaa osoo godhamaa jiruu callisuun waraanatti waliigaluudha'- Getaachoo Raddaa

  11. Mariin Iraanifi Omaan Ulaa Hormuuz ilaalchisee taasisan ulicha banuuf akka hin taane Iraan akeekkachiiste

  12. Sababa nukilaraan Iraaniin kan diinomfatte US akkamiin Sa'uudiif nukilara eyyamte, waliigalteen kun kan akkamiiti?

  13. Seenaa wallee Soolanee

  14. 'Lolli kaanaan mootummaan Ertiraa ni bada'

  15. 'Oromoon Itoophiyaadha, Itoophiyaan Itoophiyaarraa hin fottoqu' - MM Abiy Ahimad

  16. Waliigaltee waraanaa Sa'udi, Turkiifi Paakistaanirraa eenyutu fayyadama?

  17. 'Osoo Kiiloo 4 keessa namni hin jiru jedhamee WBO fi Faannoon hin seenan'

  18. Wallo Kibbaatti haleellaa konkolaataa irratti raawwatameen namootni shan ajjeefaman

  19. Namoota US hanqina meeshaa waraanaa qabdi jechuun odeessa baasan adamsaa jirra- Tiraamp

  20. Falmii qorannoon hormoonii atileetii Itoophiyaa Ameerikaarraa hambise kaase