Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Waa'ee haadha ijoolleeshee lama Mineesootaa keessatti rasaasaan ajjeeste maal beekna?

  2. Qabxiilee ijoo

  3. Hospitaala Baatutti 'deessuun dogoggora ogeessan' du'uu hordofee komiin cime

  4. Ji'a tokkoof walitti bu'iinsaan raafamaa kan turte Moyyaaleetti Kibxatarraa kaasee dhukaasni dhaabbachuu jiraattonni himan

  5. US'tti namoonni siyaasaa Musliima ta'an maaliif falmii cimaa kaasisu?

  6. Itoophiyaa fi Ertiraan loltoota daangaarra qubsiisuun sodaa waraanaa cimse

  7. 'Baadimmeetti haleellaa dirooniin xiqqaatu namoonni 4 miidhaman'

  8. WBO'n haleellaa Arsii Shirkaatti raawwachuun himatameef deebii kenne

  9. Iraan 'magaalaa misaa'elaa' ifa goote

  10. Maatiinkoo maaliif gurraattii akkan ta'e osoo natti hin himiin na guddisan?

  11. Jeedalli diimtuun Gaarren Baalee sababa maaliin du'aa jirti?

  12. Loltootni Huutii ulaa Galaana Diimaa addunyaaf murteessa ta'e to'atan

  13. Israa'el akka godaantonni Afrikaa biyya isheeti bahaniif doolara kennaa jirti, Itoophiyaanota ni dabalataa?

  14. Ilmi hoogganaa dhimma nageenya Tigraay akkamiin ajjeefame?

  15. Hakiima waggaatti namoota 5000f wal'aansa fayyaa tolaan kenne

  16. 'Daangaa Itoophiyaafi Ertiraatti walitti bu'iinsi cime', Ertiraan Ummataaf waamicha dhiyeessite

  17. Tigraayi lolli ykn nageenyi hin jirre: Lolli Kaaba Itoophiyaa dhuguma xumuramee?

  18. Haleellaa haaraan daangaa Oromiyaa fi Somaalee, aanaa Mi'eessootti lubbuu namoota 10 galaafate

  19. 'Yeroon sadarkaa 1ffaa baradhu na kaadhimachuuf dhufan'- Dr. Ilillii Jamaal

  20. Xalayaan US'f barraa'e maal hima?