Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Iraan maaf Ulaa Hormuuzif balaaa hedduu keessummeessaa jirti?

  2. Andu'aalam maal weellise?

  3. Artist Andu'aalam Gosaa 'waa'ee jireenyasaa' maal weellise?

  4. Abbaan qabeenyaa restoraantii nyaata irratti goondaa firfirsuun dhiyeesse adabamuufi

  5. Kongireensii Federalawaa Oromoo fi ABO-WBO Marii Biyyaalessaa gaggeeffamaa jiru irratti maal jedhan?

  6. TPLF mootummaa federaalarraa of ittisuuf humnoota garaa garaa wajjin tokkummaa tolfadhe jedhe

  7. Poolisiin Federaalaa namoota yakka daddabarsa namaan godaantota 60 du'aaf saaxilan jedhe 17 to'achuu beeksise

  8. Jilli US ministaroota Masrii, Somaaliyaa fi Ertiraa waliin Kaayirootti maal mari'ate?

  9. Huutiin Yaman Sa'uud Arabiyaa irratti 'uggura galaanaa' labse

  10. Buufanni Asab akkamiin waggoota 30tti siqaniif onee hafe?

  11. Masrii fi Ertiraan Galaana Diimaa 'seeraan ala to'achuuf' yaalii taasifamu balaaleffatan

  12. Komishiniin Marii Biyyaalessaa marii eegaluuf ''danqaan'' na hin mudanne jedhe

  13. Loltoonni US lama Jordaan keessatti ajjeefamuu booda US fi Iraan wal haleelaa bulan

  14. Uummanni addunyaa garri caalu amma Ameerikaa caalaa maaliif Chaayinaa filatu?

  15. Tiraamp tapha walakkaa xumuraa Ingland Arjeentinaan mo'amte irratti qeeqa dhiyeessuun ammas gaaffii kaase

  16. US halkan torbaaf Iraan rukutte; Iraanis biyyoota michuu Ameerikaa haleeluu cimsite

  17. Hulaa Hormuuz bakka bu'uun sararri boba'aan addunyaaf ittiin rabsamu kan biraa jiraa?

  18. Jeneraal Taaddasaa Warradaa 'hidhaa mana keessaarra' jiruu?

  19. Bulchiinsi Itoophiyaa Sirna Paarlaamaa irraa gara Sirna Pirezidaantummaatti jijjiiramuuf jiraa?

  20. Heerri Itoophiyaa fooyya'uufii?