Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ilmi Netaaniyaahuu yaaddoo nageenyaaf Ameerikaa irraa gara Israa'el deebifame

  2. 'Ashaangulliitii akka isaatti uffatte naaf kenne': intalli Fidel Kaastiroo waa'ee nama akka abbaasheetti waamuu hin barbaannee duubbatte

  3. Hojjetaan Waayit Haawus duraanii haasaa Tiraamp irratti qarshii qabsiise $172,000 akka kaffalu ajajame

  4. US michuuwwan ishee jajjaboo Baha Jiddugaleessaa irraa gargaarsa waraanaa kutuufi

  5. US boba'aa Veenzuweelaa baarmeela biiliyoona 65 to'achuuf waliigaltee raawwatte

  6. Daawwannaa 'tasaa' gara Tigraay

  7. Abbaa ijoollee qaamni saalaa irraa murame

  8. 'Finfinneef jedhee cabee hafe'

  9. Bulchaan Dagam 'WBO'n ajjeefaman'

  10. Iraan Ulaa Hormuuz irra deebiin banuuf haal-duree kaa'uu aangawaa olaanaan himan

  11. Waraanni Iraan ji'a jaha guute Baha Giddugaleessaa akkamiin jijjiire?

  12. Artistiin beekamaan Filisxeem Silimaan Mansuur du'aan boqote eenyudha?

  13. Barattuu maqaasheen manni kitaabaa moggaafame dubartoota keessaa qabxii kutaa 12ffaa olaanaa galmeessite

  14. 'Ambasaddaraa Irreechaa', Adonaay fi abbaa qabeenyaa ijoo dubbii ta'anirratti waan jedhame

  15. Sa'udiitti Hagayya keessa lammiileen Itoophiyaa 60 ta'an qoricha sammuu hadoochu waliin to'ataman

  16. Biyyoonni lixaa tattaaffii marii AUn Kaaba Itoophiyaatti taasisu akka tumsan ibsan

  17. Carraaqqii haaraa Qataar mariin nagaa Ameerikaa fi Iraan akka deebi'uuf taasisaa jirtu

  18. Arsiitti abbaan ijoollee ja'aa haati warraa qaama saalaa irraa murte maal keessa jiru?

  19. Walii galteen Tiraamp Kongireesiif dhiyeessan Sa'udiin Israa'eliif beekamtii akka kennitu taasisaa?

  20. Itoophiyaan Waancaa Afrikaa bara 2028 qopheessuuf iyyata galfatte