Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Wayita hidhattoonni ''filannoo sobaa'' jechuun gufachiisuuf dhaadatanitti poolisiin qophiin hundi xumuramuu ibse

  2. Tiraamp dhimma waliigaltee Iraanirratti gorsitootasaa waliin Waayit Haawusitti wal-gahus 'murtee dhumaa' hin ibsin hafe

  3. Aministiin mootummaan Itoophiyaa filannoo dura "miidiyaa ukkamsuurratti duula bane" jedhe akka dhaabu gaafate

  4. Mootummaa US dolaara nootii abbaa 250 fuulli Tiraamp irra jiru maxxansuuf

  5. Dirooniiwwan xixiqqoo Hezbollaa waraana Israa'el qoraa jiran

  6. IJOO

  7. Gooroosoolee Sad. 2ffaa: M/B Injinar Taakkalaa Uumaa seenaasaa jijjiiran

  8. Dhimma Finfinnee fi Oromiyaa ilaallatu irratti kantiibaan Finfinnee Aadde Adaanech maal jedhan?

  9. Waliigalteen Abirahaam Tiraamp biyyoonni akka mallatteessan barbaadan maali?

  10. Icciitii pirezidantii duraanii Iraan, Ahimaddinajaad, waraana keessa mul'ate

  11. Filannoo biyyaalessaa Itoophiyaarraa maal haa eegnu?

  12. Buufanni Xiyyaaraa Gadaa Nagallee Booranaa eebbifame

  13. Injifattootaa fi injifatamtoota: Waraanni Iraan akkamiin maallaqa addunyaa raasaa jira?

  14. Israa'el haleellaa Hezboollaa irratti taasiftu cimsitee itti fufti- Neetanyahuu

  15. Biyyoota Afrikaa 10 bara 2026 keessa idaa olaanan irra jiru

  16. Xiyyaarota waraanaa US yeroo waraanaa Iraan barbadeessite ilaalchisee gabaasni haaraan bahe

  17. 'Akka lammii tokkotti yoo ta'e malee fedhii dhuunfaa hinqabu' - Aadde Adaanech

  18. Waraanamoo araara? Wantota afur mootummaafi TPLF gidduutti uumamuu malan