Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Lola adeemaa jiruun baasiin waraanaa Ameerikaa hangam qaaliidha?

  2. US dhimma Iraaniif Raashiyaa fi Chaayinaa Mana Maree Nageenyaatti himatte

  3. Hoggantoonni Iraan akkamiin sirna aangoorra isaan tursiisu ijaaran?

  4. Waraana Iraan irraa biyyootni waa buufatan eenyu? Kanneen miidhaman hoo?

  5. MM Abiy sababa waraana US-Israa'el Iraan waliin gaggeessaa jiraniin muuddama keessa kan jirtu UAE daawwachaa jiru

  6. Aanaaleen Oromiyaa ergaan akeekkachiisa balaa kennameef isaan kami?

  7. Qondaalli duraanii Mossad akkaataa Israa'el hogganaa olaanaa Iraan itti basaasaa turte ifa godhe

  8. Qabxiilee 5 dhiibbaa waraanni Iraan jiruu idilee Itoophiyaanotaa irratti qabu

  9. Dhimmi MM Abiy Ministira Dhimma Alaa US Ruubiyoo waliin mari'atan maali?

  10. Raashiyaan waraana Iraanirraa karaa dippilomasii fi diinagdee buufachuu feeti

  11. Hawaasni fi dhaabbileen boba'aa ''qusannaa guddaadhaan'' haa fayyadaman jedhame

  12. Michoonni Iraan Chaayinaa fi Raashiyaan maaliif waraanaan Iraan hin tumsine?

  13. Ijoo

  14. 'Intalakoo bakka guddaatti utuun eegu wiilchariirratti najalaa hambisan'

  15. ''Haleellaa meeshaa jabaa'' Gadaamii keessa raawwateen maaltu ta'e?

  16. Meeshaaleen waraanaa US ittiin dhaadattuu fi Iraan ittiin haleelaa jirtu kan akkamiiti?

  17. Barsiisaan barattoota isaatiin 'prank' godhame balaa irra ga'een lubbuun darbe

  18. 'Waraanichi xumuramuu kan murteessu nuyi malee Ameerikaa miti'- deebii Iraan Ameerikaaf deebifte

  19. Hogganaa Olaanaa Iraan: Waraana, aangoofi qabsoo itti aanu