Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. US fi Iraan waraana dhaabuuf maaltu gufuu itti ta'a?

  2. Waa'ee Filannoo Itoophiyaa marsaa 7ffaa hanga ammaa waan beeknu

  3. Hoggantoota olaanoo Iraan 20 guyyoota 20 keessatti ajjeefaman

  4. Iraanirratti ejjennoon Tiraamp kami: Marii, dippilomaasiimoo doorsisa?

  5. Biyyoota Galoo Galaanaa maaltu haaloo bahuuf isaan kakaasuu danda'a?

  6. Humni waraanaa addaa mootummaa Iraan jalatti aangoo tiksu 'Baasij' maali?

  7. Biyyoota waraanni Ameerikaa itti duuletti maal maaltu ta'e?

  8. Rakkoo waraanni Iraan Chaayinaafi fedhiisheerratti uume

  9. Daandii qaxxaamuraa Tiraamp Iraan irratti tarkaanfii cimaa fudhachuuf qarqara irra gahe

  10. Dhuguma akkaataa gosa dhiiga keenyaatiin soorata filannee nyaachuu dandeenyaa ?

  11. Ajajaan Humna Eegumsa Warraaqsa Iraan IRGC-QC Esmaayil Qaanii lubbuun jiruu?

  12. Gondor Kibbaatti haleellaa hidhattoonni Faannoo raawwataniin aanga'oonni ajjeefamuu bulchiinsi godinichaa beeksise

  13. Haleellaa Iraan buufataalee US irratti raawwatte kasaraa hangamii qaqqabsiise?

  14. Waraanni Iraan hogganaa Kooriyaa Kaabaa Kim Jong Un yaaddessaa?

  15. 'Bakka isaan dhokatan seenna': IS Somaaliyaa keessaa buqqifna

  16. Denmaark yoo US Giriinlaand kan weerartu ta'e dirree xiyyaaraa achi jiru barbadeessuuf karoorfatte