Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Bishaan akkamitti boba'aan qixxee qaama waraana Baha Giddugaleessaa ta'a?

  2. Namoota beekamoorratti himatni birrii biliyoona 1.7 waliin dhahuun dhiyaate maali?

  3. Iraan Ulaa Hormuuz cufuunshee xaa'ooo, qorichaafi omishaalee murteessooo ta'anirratti dhiibbaa qabaatu

  4. Hanqina boba'aa magaalota Itoophiyaa hiriira konkolaataan dhiphisaa jiru

  5. Caccabaa misaayeloota Iraan, Weest Baanki, Israa'el keessatti

  6. Naannoo Badhaadhinni kaadhimamaa hin dhiyeessine Tigraayitti filannoon gaggeeffamaa?

  7. KFOn waa'ee filannoo Itoophiyaa maaliif callise?

  8. Falmattuu Sabaa: Qabsooftuu jabduu achi buuteenshee dhabamee maatiin balbala eegaa hafan

  9. Daa'ima waraabessi ciniinee ijji jaame wal'aansa baqaqsanii yaaluun lubbuun hafe

  10. Zimbaabiween lammiileenshee 15 waraana Raashiyaan ajjeefamuu ibsite

  11. UN daldala garbaa 'yakka hunda caalaa hamaa dhala namaarratti raawwate' jechuun beekamtii kenne

  12. Yuunivarsiitiin 'AI' akka addunyaatti 2ffaa ta'u Itoophiyaan eegaluuf jettu maali?

  13. Karoorri nagaa Tiraamp 15'n waraana dhaabuuf baasaniifi Iraan mormitu maali?

  14. Filannoo darberratti Finfinneetti Badhaadhina bakka bu'uun filataman keessaa dhibbentaa 60 ol kan biroon bakka buufaman

  15. Warra Oromiyaa keessatti filannoorratti hirmaanna jedhan hin tuqnu, garuu filannichi 'fakkeessuudha' - WBO

  16. US loltoota dabalataa kumaatamaan lakkaa'aman Baha Giddugaleessaatti ergufi

  17. Abdiin marii Ameerikaafi Iraan Netaaniyaahuu yaaddessaa?