Qabxiilee ijoo
Maxxanfame
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Finfinneefi naannawaasheetti diroonii balaliisuun dhorkame
- Netaaniyaahuun paayileetiin balaliisaa biraa waraanuun xiyyaara Israa'el deemaa ture kuffiisuuf yaale to'atamuu hime
- Qataar akka US fi Iraan gidduutti nagaan bu'uuf dhiibbaa uumaa jiraachuu ibsite
- Loltoonni Ameerikaa waggoota kurnan lama booda Iraaq gadhiisuuf
- Hogganaan Burkinaa Faasoo bu'aa albuudaa biyyattii keessa argamu oolchuuf warshaa warqee qulqulleessu bane
- Iraan karoora marii Ameerikaaf dhiheessitee deebii eegaa jiraachuu ibsite
- UKtti namoonni shororkeessummaan shakkamanii hidhamanii turan wabiin gadhiifaman
- Namoonni madaa'anii hospitaalota Koram, Allaamaaxaa fi Shireetti yaalamaa jiran 720 ga'an- MSF
- Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannocha godinaalee 21 irraa ja'atti gurmeesse
- Odeessaalee karaa Marsariitii (Website), Instagram, YouTube, Facebook, WhatsApp fi TikTok keenyaas ni argattu.





















