Lammii Itoophiyaa kilaboota Awuroppaan walbare
Lammii Itoophiyaa kilaboota Awuroppaan walbare
Maxxanfame
Dargaggeessa kana miidiyaa hawaasaa irratti argitaniittu ta'a.
Dhalataan Finfinnee kun ogummaa fakkii kaasuun cimaa ta'ee, kilaboota Awurooppaa maamiltoota godhateera.
Yaabeets Balaay jedhama. Suuraa Buruunoo Fernaandeez erga kaasee booda beekamtii argate.
Viidiyoon guutuu YouTube BBC Afaan Oromoo gubbaa jira. Daawwadhaa.



