Finfinnee: Suuraalee Torbee faashinii Haab of Afrikaa

Maxxanfame

Waggaa waggaan kan kabajamu agarsiisni Faashinii Haab of Afrikaa, Finfinnee Galma Barkumeetti Onkololeessa 03, 2018 gaggeeffameera. Agarsiisa kanarrattis dizaayinaroonni biyyoota Itoophiyaa, Morokoo, DR Koongoo, fi Keeniyaa 15 hirmaataniiru.

Faashiniin kun Egla Negusse'n dizaayin godhame
Ibsa waa'ee suuraa, Faashiniin kun Egla Negusse'n dizaayin godhame
Faashinii kana ammoo Daawit Katamaatu dizaayin godhe
Ibsa waa'ee suuraa, Faashinii kana ammoo Daawit Katamaatu dizaayin godhe
Faashinii kana ammoo ARTC/Francisco Remesal dizaayin godhe
Ibsa waa'ee suuraa, Faashinii kana ammoo ARTC/Francisco Remesal dizaayin godhe

fashion by Dawit Ketema
Ibsa waa'ee suuraa, Huccuu kana ammoo Daawit Katamaatu dizaayin godhe
Faashinii kana ammoo ARTC/Francisco Remesal dizaayin godhe
Ibsa waa'ee suuraa, Faashinii kana ammoo ARTC/Francisco Remesal dizaayin godhe
Faashinii kana ammoo Yefiqir'n dizaayin godhame
Ibsa waa'ee suuraa, Faashinii kana ammoo Yefiqir'n dizaayin godhame