Simannaa ABO Fulbaana 15, 2018 Finfinneetti ture suuraan

Hayyu-duree ABO Daawud Ibsaafi Kantiibaa Itti-aanaa Magaalaa Finfinnee Injinar Takkalaa Uumaa Simannaa ABO Dirree Masqalaa turerratti
Ibsa waa'ee suuraa, Hayyu-duree ABO Daawud Ibsaafi Kantiibaa Itti-aanaa Magaalaa Finfinnee Injinar Takkalaa Uumaa Simannaa ABO Dirree Masqalaa turerratti
Maxxanfame
Namoonni simannaaf ba'an yeroo miira gammachuu ibsatan
Ibsa waa'ee suuraa, Namoonni simannaaf ba'an yeroo miira gammachuu ibsatan
Deggertootaafi jaallattoota ABO Dirree Masqalaa, Fifinneetti, Fulbaana 15,2018
Ibsa waa'ee suuraa, Deggertootaafi jaallattoota ABO Dirree Masqalaa, Fifinneetti, Fulbaana 15,2018
Shamarran hedduun halluuwwan alaabaa ABotiin fayaman keessaa kun tokko
Ibsa waa'ee suuraa, Shamarran hedduun halluuwwan alaabaa ABotiin fayaman keessaa kun tokko
Dargaggoota qomee Alaabaa ABO'n faayame simannaa ABOf yeroo qophaa'anitti
Ibsa waa'ee suuraa, Dargaggoota qomee Alaabaa ABO'n faayame simannaa ABOf yeroo qophaa'anitti
Wayita simannaa ABO Fulbaana 15, 2018 beektota, aanga'ootaafi abbootii siyaasaa turan
Ibsa waa'ee suuraa, Wayita simannaa ABO Fulbaana 15, 2018 beektota, aanga'ootaafi abbootii siyaasaa turan
Fardeen Hayyu-Duree ABO simachuudhaaf yeroo daandii Booleerra gurmuun gulfuan, Fulbaana 15, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Fardeen Hayyu-Duree ABO simachuudhaaf yeroo daandii Booleerra gurmuun gulfuan, Fulbaana 15, 2018
Alaabaa dur mana namaatti ykn arka namaarratti yoo argamellee yakkamaa nama taasisu ture kunoo addabaabaayiitti ba'eera
Ibsa waa'ee suuraa, Alaabaa dur mana namaatti ykn arka namaarratti yoo argamellee yakkamaa nama taasisu ture kunoo addabaabaayiitti ba'eera
Simannaa ABO irratti dubartoonniifi maanguddoonillee hirmaataniiru, Fulbaana 15, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Simannaa ABO irratti dubartoonniifi maanguddoonillee hirmaataniiru, Fulbaana 15, 2018
Deggertoota ABO Dirree Masqalaa, Finfinneetti uffata aadaafi alaabaatiin faayaman, Fulbaana 15, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Deggertoota ABO Dirree Masqalaa, Finfinneetti uffata aadaafi alaabaatiin faayaman, Fulbaana 15, 2018
Buufata xiyaaraa Booleetti yeroo Jaal Daawud Ibsaatiin simatanitti
Ibsa waa'ee suuraa, Buufata xiyaaraa Booleetti yeroo Jaal Daawud Ibsaatiin simatanitti
Namoota simannaa ABof fardaan ba'an keessaa muraasa, Fulbaana 15, 2018
Ibsa waa'ee suuraa, Namoota simannaa ABof fardaan ba'an keessaa muraasa, Fulbaana 15, 2018