Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ameerikaan Iraaniin otoo haleeltuu Ulaan Hormuuz banamuu qaba jetti

  2. Fuula uummataa duraa dhabamuun Mojtabaa Kaamenii akkamiin Iraaniif 'idaa' ta'a?

  3. Ijoo

  4. 'Gaaffii gaafachuu barbaannu yeroo hin eeyyamnetu jira' - Miseensa Parlaamaa

  5. US dhimma Ulaa Hormuuz irratti Iraan maal akka waadaa galtuuf gaafatti?

  6. Dhuguma Iraan 'karoora haaraa Tiraamp ajjeesuu' baafattee qabdii?

  7. Shamarree Yuunvarsiitii Adaamaa elektirikaal Injiineriingiin A+ 47 galmeessite- Ruut Abaatee

  8. Awwaalchi Kaameenii otoo raawwatuu US fi Iraan wal haleelan

  9. Ameerikaan xiyyaarota waraanaa F-35 Turkii hidhachiisuun maaliif Israa'el yaaddesse?

  10. Mootummaan tarkaanfii humnaa fudhatus hidhattoonni maaliif hin dhabaman?

  11. Waancaa Addunyaa 2026: Dhuguma Arjantiinaaf addatti loogiin taasifamaa jiraa?

  12. Waa'ee yaalii ajjeechaa Phaaphaasota irratti raawwatamee maal beekna?

  13. Haleellaa US booda viidiyoon ibidda kibba Iraanitti ka'e mul'ise

  14. Battala US Iraaniin haleeltu

  15. Ertiraan haasaa MM Abiy tibbana Paarlamaa irratti dubbataniif deebii kennite

  16. Miseensoti NATO piroojektii misaayela haaraaf doolaara biil 50 ramadan

  17. Itoophiyaan itti makamuuf kan jirtu Baankiin BRICS 'Niiw Develoopment Baank' maali?

  18. Tigraayitti 'kanneen humnaan waraanatti guuraman umrii 18 gadi'- Komishinii Mirga Namoomaa

  19. Yukireen wiirtuu boba'aa guddicha fi buufata humna galaanaa Raashiyaa haleelte

  20. Qabeenyi Iraan uggurame eessa jira? Akkamiin deebifachuu dandeessi?