Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Xiyyaarota waraanaa Ameerikaa sadan eenyutu haleele ? Akkamitti ?

  2. Hidhattoonni Arsiitti namoota 30 ol akkamiin haala 'suukaneessaan' ajjeesan?

  3. MM Abiy waa'ee haleellaa Iraan Kuweetiifi Kataaritti raawwate maal jedhan?

  4. Iraan yoo Ulaa Hormuz cufte addunyaarratti dhiibbaa akkami uuma?

  5. Ergamni US-Israa'el Ali Kaamenii ajjeesuu ji'ootaaf karoorfamaa ture akkamiin milkaa'e?

  6. Israa'el Baha Giddu-galeessaa akkamii uumuu barbaaddi?

  7. US-Iraan: Masaanonni US Teehraan waliin ni dhaabbatuu?

  8. Haaloo bahiinsi Iraan ittisa humna qilleensaa US gaaffii keessa galchaa jira

  9. Israa'el erga hundooftee waggaa 100 hin guutne attamiin humna cimaa ijaarratte?

  10. Iraan fi Israa'el maaliif akkanaan diina waliif ta'an?

  11. 'Haleelaan US fi Israa'el Ayatolaa Alii Kameenii dabalatee gaggeessitoota Iraan olaanoorratti kan xiyyeeffatedha'

  12. Haleellaa US fi Israa'el Iraan irratti banan ilaalchisee hanga ammaa kan beeknu

  13. Nukilarri Iraan sadarkaa maalirratti argama? Ammallee yaaddoodhaa?

  14. Dargaggeessa Oromoo mana hidhaa taa'ee baratee amma saayintistii addunyaa ta'e- Imala Dr. Jiinenus Fiqaaduu

  15. Dhimma Obbo Taayyeen walqabatee hogganaan mana sirreessaa akka dhiyaatan manni murtii irra deebiin ajaje

  16. MM Abiy daawwataa kan jiran, Azarbaajaan, biyya akkamiiti?