Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Israa'el loltootashee Kibba Gaazaatti bobbaasaa jirti

Israa'el hamaasiin Kaaba Gaazaatti erga lolaa turtee ammas gara Kibbaatti waraanuuf loltoota lafoo galchitee jirti. Ajajaan Humna Ittisaa israa'el akkuma Kaaba Gaazaatti jabaannee lolle Kibbattis cimsinee lolla jedhan.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Zimbaabiween lammiileenshee 15 waraana Raashiyaan ajjeefamuu ibsite

  2. UN daldala garbaa 'yakka hunda caalaa hamaa dhala namaarratti raawwate' jechuun beekamtii kenne

  3. Yuunivarsiitiin 'AI' akka addunyaatti 2ffaa ta'u Itoophiyaan eegaluuf jettu maali?

  4. Karoorri nagaa Tiraamp 15'n waraana dhaabuuf baasaniifi Iraan mormitu maali?

  5. Filannoo darberratti Finfinneetti Badhaadhina bakka bu'uun filataman keessaa dhibbentaa 60 ol kan biroon bakka buufaman

  6. Warra Oromiyaa keessatti filannoorratti hirmaanna jedhan hin tuqnu, garuu filannichi 'fakkeessuudha' - WBO

  7. US loltoota dabalataa kumaatamaan lakkaa'aman Baha Giddugaleessaatti ergufi

  8. Abdiin marii Ameerikaafi Iraan Netaaniyaahuu yaaddessaa?

  9. Waa'ee Filannoo Itoophiyaa marsaa 7ffaa hanga ammaa waan beeknu

  10. Iraanirratti ejjennoon Tiraamp kami: Marii, dippilomaasiimoo doorsisa?

  11. Biyyoota Galoo Galaanaa maaltu haaloo bahuuf isaan kakaasuu danda'a?

  12. Humni waraanaa addaa mootummaa Iraan jalatti aangoo tiksu 'Baasij' maali?

  13. Rakkoo waraanni Iraan Chaayinaafi fedhiisheerratti uume

  14. Daandii qaxxaamuraa Tiraamp Iraan irratti tarkaanfii cimaa fudhachuuf qarqara irra gahe

  15. Dhuguma akkaataa gosa dhiiga keenyaatiin soorata filannee nyaachuu dandeenyaa ?