Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Ijoo

  2. Dhukaasa Waashingitan booda sodaa fi jeequmsa ture suuraan

  3. Waayee dhukaasa Tiraampiin sagantaa irbaataarraa baqachiisee maal beekna?

  4. Netaaniyaahuun waraanni isaa Hezbollaah irratti 'tarkaanfii cimaa' akka fudhatu ajaje

  5. Kuufamni yuraaniyeemii gabbatee Iraan qabdu meeshaa waraanaa nukilaraa omishuu dandeesisaa?

  6. Tigist Maaraatoonii Landanitti riikardii cabsuuf akka yaadde BBC'tti dubbatte

  7. Haleellaa Matakkalitti raawwateen ''hojjattoonni qeeraa torba ajjeefamuu'' jiraattonni himan

  8. US qoqqobbii Ertiraarra kaastee hariiroo cimsachuu yaaddi, gaaffii ulaa galaanaa Itoophiyaarratti dhiibbaa qabaa?

  9. Asseet Darajjee, Mis World Africa 2025, shaampiyoonaa dargaggootaafi Ambaasaaddara UNFPA ta'uun filatamte

  10. Koloneel Dammaqan gabaasa HRW 'kijibaafi loogii qaba' jedhan

  11. Loltuun US to'atamuu Maduroo irratti doolaara 400,000 qabsiise himatame

  12. Ijoo

  13. Walqaayitiifi Humaraatti dhalattoonni Tigraay 'hayyama qondaalotaa malee akka hin sochoone' godhamaa jiru -HRW

  14. Iraan waliigalteen dhukaasa dhaabuu waan cabeef Ulaan Hormuuz hin banamu jette

  15. Iraan haleellaa raawwachuu booda dooniiwwan lama to'achuu ibsite

  16. Itoophiyaatti dubartii waggoota hedduuf dhukkubsataa turte keessaa cirrachi hadhooftuu 500 ol bahe

  17. Haati warraa barnootaafi galiin yoo caalan abbootiin warraa hundi gammaduu?

  18. Himatawwan haaraa sadeen Obbo Taayyeerratti banamanii turan adda citan

  19. Loltuun Israa'el Libaanositti siidaa Yesuus Kiristoos burruusaan mancaase adabame