Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Wallo Kibbaatti haleellaa konkolaataa irratti raawwatameen namootni shan ajjeefaman

  2. Namoota US hanqina meeshaa waraanaa qabdi jechuun odeessa baasan adamsaa jirra- Tiraamp

  3. Falmii qorannoon hormoonii atileetii Itoophiyaa Ameerikaarraa hambise kaase

  4. Mirga hiree murteeffannaa hanga fottoquutti: Keewwati 39 amma wabii moo yaaddoo Itoophiyaati?

  5. Dubartii Tigraayitti 'haala suukaneessaan ajjeefamteen' walqabatee wanti murtaa'e akkamiin jijjiirame?

  6. Abukaatoon Obbo Taayyeefi hogganoonni siyaasaa IHAAPPAA to'ataman 'shororkeessummaan' himataman

  7. Iraan Ulaa Hormuuz ilaalchisee waliigalteen Omaan waliin gootu sadarkaa dhumaarra gahuu ibsite

  8. Qindoominni Sa'udiin biyyoota ollaa waliin goote Itoophiyaaf maal akeeka?

  9. Obbo Tawoldee G/Maariyaam Daandii Indiyaa hoogganuuf muudaman

  10. Humnoota Puuntilaand fi waraana mootummaa Somaaliyaa gidduutti lolli cimaan gaggeeffame

  11. Booranatti manaajarri gandaa lammiilee Keeniyaaf waraqaa eenyummaa kenne hidhaa cimaan adabame

  12. Gorsaan Tiraamp Ertiraa waliin waan biyyoota ollaa miidhu hin mari'anne, Itoophiyaa waliin michummaa gaarii qabna jedhan

  13. Gara Ameerikaa imaluuf yaada qabduu? Itoophiyaanotatti maallaqi dabalame

  14. Walitti bu'insa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humnoota Tigiraay gidduutti mudateen yaadda'eera- Aminastii Internaashinaal

  15. Iraan Ameerikaa harka micciiruuf dhiibbaa ishee akkamiin babal'isaa jirti?

  16. Heerri Itoophiyaa amma jiru adeemsa maalii keessa darbee qophaa'e? Heerota turan irraa maaltu adda godha?

  17. Iraan isa Tiraamp 'waliin mariyachaa jirra' jedhe dhugaa miti jette

  18. Walitti bu'insi humna waraanaa Itoophiyaa fi humnoota Tigiraay maalirra gahe?

  19. Yugaandaan obboleessa MM Israa'el magaalaa Entebeetti ajjeefameef siidaa dhaabde

  20. Karoorri haaraa WhatsAappii maqaa barbaadaniin fayyadamuuf qopheesse maaliif Somaaliyaa yaadesse?