Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Dhukaasni guyyoota dabalataa lamaaf akka dhaabatu waliigalame - Kataar

Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa’eliifi Hamaas gidduu guyyoota afurii booda har’a xumuramu guyyoota dabalataa lamaaf akka dheeratu waliigalamuu jaarsummaa kan gaggeessaa jirtu Kataar reefu ifa goote.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. IJOO

  2. Magaalaa guddoo Itoophiyaafi Oromiyaa kan taate Finfinneerratti maaf falmiin ka'a?

  3. Abigaayil Birhaanee: Dubartii Yunvarsiitii Kambiriijitti seenaa hojjette

  4. Xiyyaarri Itoophiyaa akkamiin kufe?

  5. Tiraamp maaliif dhokatan?

  6. Marii biyyaalessaa irratti waa'ee Finfinnee qabxiileen falmisiisoon ka'an maali?

  7. Ijoo

  8. Waa'ee xiyyaara waraanaa Itoophiyaatti tibbana kufte jedhamee maal beekna?

  9. Sanadi dhiifamaa namoonni shororkeessummaan himataman akka mallatteessan dhiyaate maal of keessaa qaba?

  10. Gimbiin bu'aa bayii akkamii keessa darbee chaampiyoonaa Itoophiyaa ta'e?

  11. Tiraamp sodaa Iraaniin konkolaataa nyaata deddeebisu keessa dhokachuun xiyyaara jijjiirrachuu amanan

  12. 'Ijoollee osoo hin hafne yeroo dhiirri daandiirratti akka horiitti dubartii filatu ija kootin arge' - Aadde Adaanach Abeebee

  13. Waa'ee UFO maaltu bahe?

  14. 'Dirooniin humnoota Tigraay ajjeese'

  15. Yaaddoo Iraan Tiraamp konkolaataa nyaata baatu keessa dhokachuun xayyaara akka jijjiiratan taasise

  16. Haleellaan diroonii 'humnoota Tigraay irratti xiyyeeffate' gaggeeffamuu maddeen ibsan

  17. Himatamtoonni dhimma isaanii mana murtiitti ilaalamaa jiru irratti miidiyaarrattii ibsa kennuu danda'uu?

  18. Jaarsummaan cidha caalee? Abaaboo birrii 500,000 jaarsummaaf ergaman

  19. Komishiniin Marii Biyyoolessaa hanga ammaa ajandaa kamirrattuu "murteen kenname hin jiru" jedhe

  20. Israa'el karoora nagaa Gaazaa Tiraamp baase kuffiste